شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhannaaa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bidaa bakka ziyaaraatti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

               

Bidaa bakka ziyaaraatti dhiifamuu qabdu

          

Qabrii nabi Muhammadiin xawaafun hin gayu. garaaafii duddallee itti maxxansuun  hin gayu ..harkaan haqanii harka san dhungatulleen ni jibbama..inumaa adabni gaarin qabriirraa fagaatuu .akkuma odoo gaafa isaan jiran itti dhuftee irraa fagaattu atti kana kan ulamaan irratti walii gale .Tanaaf jecha baaa warri waan beyne dalaguun gowwoomuu dhabuu.odoo hangamuu heddommaatanilleee . wanni qabatan waan ulamaan jee waan awaamafi warri shariaa hin beyne karaa godhuu mitii .. qaallichi { fudeyl ilma iyaad } jeamu tokko akki jee:

 { karaa qajeelaa deemi odoo namni isa deemu xiqqaatelleee

karaa  badaarraa maqi, odoo namni isa deemu heddommatelleee }

Namni harkaan yookaa waan biraati qabrii qabatuuutu irra barakaa qaba jeu yookaa yaadu wallaalaa jeama .shariaa wallaalatu akkas isa jechisiisa .Barakaan waan shariaan dhufteen,kan ulamaan addeesse keessa jirtii mee akkamitti jallatee qajeelloo barbaada .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com