شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

kitaaba insaafa

 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

GABAABAA SABABAA ASAABA`AAFII
WARRI ASAABAA BOODA DHUFE FIQHII KHEESSATTI WAL DHABEEF NAMAA IBSU

   
 

  

 بسم الله الرحمن الرحيم

Bismillaahirrahgmaanirraahgiim

DUREE

Eegan rabbi faarsee nagayaafii rahgmata nabii keenyafii warra isaan jala deeme hundarratti buusee wannin je`u kitaabni kun kitaaba gabaabaa sababaa ulamaan islaamaa fiqhii keessatti wal dhabeef namaa ibsu waan kana beekhun waan jabaa irraa hafiinsi hin jirre maalif namni kana hin beyne hoggaa mazhaba islaamaa kan mas`alaa fiqhi`ii keessatti wal dhabe arge dallaneeti lola akka wal dhabni kun asaabaa nabirraa ka`e akka sun rahgmata ummataa taye hin beekhuu tanaaf jecha kitaaba kana takkaa kan akka isaa qara`uu yookaa dubbisuu qaba yoo rabbi toltuu isaan fedhe an hogga`an kitaaba kana berreessu kitaaba imaamuddahlawi`ittin irkadhe rabbiin naafii isarralle`ee haa jaalatuu .

Dr / Muhammed Rashaad Kabiir Abdullee  Kabiir Muummayyaa

CARAR   HARAR

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Bakkarraa Filadhu
kh_rashad2004@hotmail.com