شروط قبول الصلاة
SHARXII SALAANNI
QEEBALAMUUN
Sharxiin
salaanni Rabbi biratti namarraa qeebalamee
sawaaba itti argataniin rabbumaa je`anii
salaatuu kan namni haa na argu`uudhafii namni
haa na dhagayuu yaadun keessan jirre rabbumaa
jecha salaatuu malee waan biraatif kan hin
salaanne ammas saniin wajji namni salaata
salaatu salaata keessatti sodaan Rabbi qalbii
isaa keessa jiraatuu odoo yaroo xiqqoo hanga
liphii ijallee taatee .
Ammo
yoo wanni dubbanne sun hin argamin salaanni isaa
fayyaa ni taatii haa tayuu sawaaba hin qabdu .
|