تعريف الشك
Waan shakkiin
yookaa mamni
taye himuu
{ shakkii
شكي
} jechuun: waan takka karaa lamaan beekkomsa
wal qixaa beekhuu akka abalu dhufe lakkii hin
dhufne jechuun qalbii isaa keessa yaa`uudhaa,
wal qixatti kan tokko isaan lamaanii hin
injifachiifne .