دليل الفقه التفصيلي
Daliila
fiqhi`ii adda babaafamaa
Ammoo
daliilli fiqhi`ii , adda babaafaan dalagaa warra
fiq-hi`iiti fakkeessa`aafa jechi rabbi ol tayee ,
kan {
وأقيموا الصلاة
} salaata salaataa je`u {
amri`ii } sun daliila salaanni wajjabu`uuti .
Ammas jechi
rabbi ol tayee kan {
ولا تقربوا الزنا
} zina`atti hin dhiyaatinaa
je`u { nahyi`I dhoowwa`a } sun daliila zinaan
haraam ta`uuti .
Ammas nabiin
nageenyi isarratti haa jiraatuu ka`baa keessatti
salaatun , daliila ka`baa keessatti salaatun
fayyaa tayu`uuti
Ammas intalti
ilmaa , yoo obboleessi wajiin hin jiraatin ,
harka jaharraa harka tokko dhaalti`irratti
ulamaan walii galuun .
Ruuza
qamadi`irratti qiyaasun, wal dabarsani walitti
guguruun dhoowwamuu keessati .
Nama xahaaraa
qabaatuu if hubatee , eegasii nan qabamoo , hin
qabuu shake, xahaaran isaa shakki`iin hin
deemtuu , ni jirtii ,muruun, kun hundinuu
daliila adda babaafama`aa , usuula fiqhi`irraa
hin lakkaawamuu inni fiqhi`irraayi .
Wanni namni
gariin, waan san baaba usuulaa keessatti
dubbatuuf fakkeessa`aafi malee isiin
usuularraayi jecha`aafii miti sun dalagaa warra
fiqhi`iitii maalif warri fiqhi`ii { amriin }{
وأقيموا الصلاة
} jechu`uu ,wujuubafi je`a {
nahyiin dhoowwan
} {
ولا تقربوا الزنا
} jechu`uu tariimafi
dhoo-wwa`aafi je`a .
Ammoo
warri usuulaa waan amriin faradduufii , waan
nahyiin faraddu laala amriin wujuubafi moo ,
waan biraatifi nahyiin tahriimafi moo ,. Waan
biraatifi , jecha laala kan fakkeessaa kopha`aa
daliilaf hin dubbanne