شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

تعريف الفقه

Baysisa ma`naa fiqhi`ii

Ma`naan { fiqhii } jechu`uu akka afaan arabbatti yoo laalle beekkomsa jechuu beekkomsuma tayee , haa tayuu .

Ammoo ma`naan{ fiqhi`ii } akka shari`adhatti ahkaama shari`aadhaa , kan ijtihaadan, taye , beekhuu akka niyyaan wuduu`a keessatti ni wajabdi , witriin sunna`aa , soomana ramadaanaa keessatti niyyaa bulafatuun  sharxi`ii , zakaanni horii joolle`ee keessatti ni wajjabaa  faaya meetafii ziqiyaa , kan beerri uffatu keessatti zakaan hin wajabu, waan ulfaatun nama ajjeessun, nama saniin nama ajjeesse ajjeessuu wajjabsiisa .

Ammallee waan kana fakkaatu kan ulamaan irratti  wal dhabe , hunda beekun , fiqhii je`ama waan isa beekun karaa jaatani`iitin , yookaa ijtihaadatiin tayeef jecha ammoo waan ulamaa`in irratti wal hin dhabin, beekhun ,fiqhii hin je`amu kan akka salaanni shaman ni wajabaa ,zinaan haraami beekku`uu faan fiqhii hin je`amu

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com