شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

 

شروط المجتهد

Sharxii mujtahidaa

Sharxiin nama ijtihaada godhuu , fiqhii beekhuu naski`iifii far`ii, hunde`eefii dame waan ulamaan irratti wal dhabeefii waan isaan irratti walii galan mazhaba ulama`aa kan adda addaa beekhuu akkana jechuun mas`alaa fiqhi`ii, qaaydaa isaa dame isaa wal dhaba ulama`aa beekuu jechuu akka waan isaan je`anirraa kan fedhe jala deemu akka waan biraa fidee isaan hin khalafne akka qawlii biraa hin finne waan ulamaan duraa irratti walii gale jala deemuu waan isaan je`an jalaa maquu dhabuu

Ammas sharxiin ijtihaadaa , beekkomsa guutuu ijtihaadarratti isa gargaaru qabaatuu tanaaf jecha akkaan { nahwii } afaan arabaa manaaqiba warra hadiisa odeessuu nama isaanirra tuqameefii , kaan akkaan adda beekhuu qaba

Ammas sharxii ijtihaadarraa namni ijtihaada godhu, aayataafii hadiisa heera islaamaa dubbatu beekhuu qaba , usuulal fiqhii beekku`uun wajji akkaataa heera qur`aanafii hadiisarraa itti fudhatan baratu`uu jecha akka ijtihaanni isaa qur`aanafii hadiisarraa hin baane .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com