شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

ما المراد بالفقه

Maali wanni fiqhi`itti fedhame

Beekkomsa fiqhi`ii kanatti wanni fedhame, waa seyuu  {الظن} ahkaamni shari`aadhaa kan warri fiqhi`ii irraa haasawu { torba } isaan

1 -  waan dalaguun namarra jiru fardii

الواجب – الفرض – المحتم – لازم

2 -  waan dalaguun jaalatamu

السنة – المندوب – المستحب – التطوع

3 -  waan dalaguun namaaf gayu

 المباح – الحلال

4 -  waan dalaguun jibbamu  المكروه

5 – waan dalaguun hin geenye

المحظور – المحرم – الممنوع

6 – Dalagaa fayyaa qabdu  الصحيح  

7 waan dalagaa fayyaan qabne الفاسد     

Duuba fiqhii jechuun,waan turban kana beekhuu wanni kun waajiba waan dalaguun dirqamaati wanni kun waan dalaguun barbaadamu sunnaa torbanuu akkanatti beekhuu dalagaan tun waajiba tun sunn` tun mabaah tun makruuh tun haraami je`anii adda baruu

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com