تعريف الأحكام
Ma`naa heera
ibsu`uu
1
– waajiba jechuun :
waan yoo dalagan gaalata argatan kan yoo dhiisan
iqaaba mudatan yookaa yakkaman .
2 – manduuba
sunna :
jechuun waan yoo dalagan sawaaba argatan kan
dhiisa hin yakkamne .
3 – mubaah jechuun
:
waan yoo dalagan sawaaba hin arganne, kan yoo
dhiisan hin yakamne .
4 – haraam jechuun
:
waan yoo dhiisan sawaaba irratti argatan , kan
yoo dalagan yakamnan .
5 – makruuh
jechuun
: waan yoo dalagan sawaaba irratti argatan kan
yoo dhii-san hin yakkamne .
6 - sahiiha
jechuun :
dalagaa sharxiidhafii arkaana guuttattee namaa
lakkaawamtu tan lammada dalaguun namarraa kufu .
7 – Faasida
jechuun :
badaa jechuun waan sharxiin dalagaan fayyaa
taatun, irraa ir`ate kan sanii jecha fayyaa hin
taane .