TOKKUMMAA
OROMO`OOTIFII SOOMAALE`EEFII AFAR
aadaaf
taariikhni kun isaa waliqqabaa
oromo'oof soomaalee namuuqquba qabaa
oromoof
soomaalen afariin wajjiinii
isaan saba tokkoo waan biraan yaadinii
taariikha
dubbatee waan ammaatii mitii
an saan addaan baasuu dhiisi firraa atii