dhiichisa
oromiyaa
kan duktoor
Muhammad rashaad
kabiir abdulle'ee tolche
Oromiyaa biyya too |
* |
oromoo yaa haadhaa too |
sii
jettee lubbuun tantoo |
* |
haa duutuu yaa biyya too |
bilisummaadhaa
jennee-kkaane barii
yaa oromoo sosso'ii |
* |
bilisummaadhaa ka'ii |
bitti teetii ol je'ii
|
* |
mee
xilaataa gad je'ii |
oromiyaadhaa jennee-dduunaa barii
namayyuu bar siin waliin
|
* |
dhaabbataa waan qabaniin |
atummaan hin laafatin |
* |
bilisummaa-rraan bu'in |
yaa oromoo
gabrummaa hin eehamin
yaa
oromoo hujumaan |
* |
bakka geessan wajjumaan |
waan
isin balleessurraa |
* |
faffagaadhaa akkumaan |
yaa oromoo wal
tayaa mee hundumaan
tokkummaa teenya jabeessaa |
* |
dalagaa
hunda diriirsaa |
cunqursaa firraa fageessaa |
* |
isin miidhuu meetti dhiisaa |
yaa oromoo wan
jalaa keessan fageessaa
dalagaa
waan keessaniif |
* |
argadhaa
waan kaataniif |
tokkuma'aafii dalaga'aan |
* |
argatan
waan deemaniif |
yaa oromoo dalagaa waan kaataniif
@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@
dhiichisa
(oromiyaa) kana sh. m. R. A. tolche
bara 1975 m