شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  WALALOO
DR  MOHAMMED RASHAAD

 taariikha oromo'oo

Eenyu namni oromo'oo yookaa gaallaa jibbu

Maqootii oromo'oo

bakka oromoon qubatuu turteefii bakka amma

tokkummaa oromo'ootifii

 uumaa oromo'ootifii tokkumaa isaanii

heeraafii aadaa oromo'oo
mootummaa oromo'oo

waan ummanni ormo'oo jiraatun

diinaa oromo'oo kan islaaman duraa

mana bultii ,khore , walagaya , oromo'oo

uffata  oromo'oo yookaa gaalla'aa

lola oromo'oo
mana jaaru'uufii waa tolchuu oromo'oo
fuudha oromo'ootifii dhaala isaanii

tokkummaa oromo'ootifii soomaali'iifii afar

maali wanni saba  oromo'orratti jiru
mirriysuu gorsaa
gorsa joolle'ee
walaloo biyyaa
gorsa jaalalle'ee

maalif jecha namni warraaqan ka'uun akkaan barbaadama

walaloo faaruu afaan  ormo'oo
dhiichisa oromo'oo
walaloo booya sheekh abuu bakri sabaloo

 

 

 

 

 

 

 

 

 

   
 

  

WAAN UMMANNI OROMO`OO JIRAATUN

 

Haalli  oromoodhaa  yaroomma   jirruttii

                     gamarra heddu'uutin    lafuma    qotattii

Rabbiiin lafa gaarii isaanumaf kennee

                      biyye'ee bishaanis wahuurraan ir'annee

beytun addunyaadhaa wanni  isaan je'anii

                      biyyakkaa oromo'oo   eessatti    arganii

bayya bunni siidhaa bosonaa guuramuu 

             biyya      khurmi loonii leeccan lolee mormoo

horiii gaafa dheeraa kan dalluu guddatuu

                      biyya gaala'aa malee isa  waan   agartuu

gaallan odoo qottuu  horii jabeessitii

                     dureessa  isaanii   horii     qabuu    laaltii

namni horiin isaa  kuma  isaaf gayee

                      naanniga aannanii  lixee  bayuu    gayee

garaachuma seenun  akka khanaa barii

                      kanaaf ka biraalleen aadaa  gaallaa durii

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com