شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

kitaaba salaata taraawiihgaa

 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

AKKAATAA SALAATA TARAAWIIHGAA
KAN KARAA FAYYAA QABUUN
NABI MAHAMMADIRRAA NU GAYE

   
 

 

حرم مكة والمدينة

Haram  Makkaa Madiina'aa

 

Nuti ummanni islaamaa namni dubbii tana keessatti jala deemnu harama makkaatifii harama madiina'aati.masjida makkaa kan Rabbiin  qiblaa masjida islaamaa, kan bayaa dhiyaa hunda godhe. Rabbiin, masjida harama makkaa dubate akki je'e :

] ¨bÎ) tA¨rr& ;Mø?t/ yìÅÊãr Ĩ$¨Y=Ï9 Ï%©#s9 sp©3t6Î/ %Z.u�$t7ãB Y?èdur tûüÏJnyèù=Ïj9 ÇÒÏÈ   [                     سورة آل عمران

Ma'naan isaa :{manni dura dursoo namni isa keessatti Rabbi ibaadu'uuf kaayame, yookaa uumame, masjida makka keessa jiru }.bakka jechuun makka jechu'uu.

Ammas wanni ormi islaamaa dalagaa taraawiihaa irratti laallatu Masjida nabiiti. kan sodaa arbbirratti jaarame kan Rabbiin nama isaa faarse hunoo akkana je'ee :

]  ?w óOà)s? Ïm?Ïù #Y?t/r& 4 î?Éfó¡yJ©9 }§Åc?é& n?tã 3uqø)­G9$# ô`ÏB ÉA¨rr& BQöqt? ,ymr& br& tPqà)s? Ïm?Ïù 4 Ïm?Ïù ×A%y`Í ?cq?7Ïtä? br& (#rã?£gsÜtGt? 4 ª!$#ur ?=Ïtä? ?úïÌ?Îdg©ÜßJø9$# ÇÊÉÑÈ  [   سورة التوبة

Ma'naan isaa :{Masjida dura dursoo, sodaa Rabbirratti jaarame keessatti salaatu'uutu ,kan birarra haqa. masjida san keessa dhiira  najisarraa if qulqulleessuu, jaalattuutu jira. Rabbiin  warra if xahaarsu jaalata. jechu'

Mee salaanni taraawiihaa raka'aa meeqan harama lamaan keessatti salaatama? Zamana sahaaba'arraa qabnee hanga ar'atti? Raka'aa diiddamaan hin salaatamtuu? Haramni lamaan qiblaa masaajida islaamaa hundaa. 

Si ,ummanni islaamaa waan badduu diinaa keessatti argamterratti walii galuun, namni hundi waan san jaalatee,itti cal'isuun ni mijjaayaa? kan isaan keessa warri fiqhii beekhu, warri hadiisa beekhu jiru ,zamanni dheeran,ummanni hedduun ,kan namni tokkolleen Raka'aa diiddama salaatun, bid'aa, je'ee, irraa isaan hin dhoowwine zamanni dheeran sun, isaanirra dabruun ni mijjaawaa ? odoo bu'aa mukara tayee, akka warri waan beyne kan ammaa kun je'utti 

Waan salafni,takkaa warri islaamatti dura dursoo seene dalage ,qabatu'utti nama yaamun ,najdiifii, hijaazii ,kaatee ,yoo kan {taraawiiha} raka'aa diiddama salaatun bid'aa taye, akkamitti ulamaa'in su'uudi'ii, harama lammaan keessatti dalagamuu, itti dhiifti ? kan akkasuma ulamaa'in islaamaa tan biyya hundaa itti ida'amtee cal'isan.kan munkara diin keessatti argame , kan dura dhaabbatanii  hin deemsifne .    

Makka keessa bara soddomii jahan taa'ee ramadaana hunda, masjidalharaam keessatti ,imaamni {taraawiiha} raka'aa diiddama nuun salaateti, witrii raka'aa sadii nuun salaata. kan ormi gugurdaan ,ulamaa'ii najdiitifii ,hijaaz ,akkasuma ,ulamaan biyyoota islaamaa hundi,wajji jirtu, ka maa raka'aa diiddama salaata je'anii hin inkaarre. Takkaayuu hin dhoowwine .

Duuba sun hundi, akka taraawiiha raka'aa diiddama salaatun  karaa taye, raggaasisuu isaanitii mitii ? inuma akka sun irra caalu beeysisaa mitii ? sunnaa umariifii ijmaa'a sahaaba'aa jala deemu'uuf jecha rabbi isaanirraa haa jaalatuu  .

Ammas masjinni islaamaa bayaa dhiyatti, kaabaa kibbatti, zamana keenya kana ,warra salaatun guutamaa, keessattu ramadaana keessa, irra hedduun isaanii masjida isaanitti taraawiiha raka'aa diiddama salaatan .Maghribiifii, Misraafii, shaamii ,su'uudii baakistaan habashaa keessatti {keessattuu magaalaa yookaa mandara gugurdaa mootummaa oromiya'aa keessatti } .Duuba warri diiddama salaatu kun hundi akka warri salafa ifiin je'u seyutti jallinarra jiraa, akkamitti mee ummanni muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu jallinarratti walii gala ? odoo dhugaa dubbataan, dhuge'eeffamaan keenya nabi muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu

 }لاتجتمع أمتى على ضلالة} وفى رواية {ما كان الله ليجمع امتى على ضلالة  

Ma'naan isaa {Ummanni kiyya jallinarratti waliin galu. yookaa Rabbiin kan ummata kiyya jallinarratt walitti qabu hin taane } jechuu.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Bakkarraa Filadhu
kh_rashad2004@hotmail.com