شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II 

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 

 

الحديث الأربعون

HADIISA AFURTAMMEYSA`AA

*Hadiisa kana ibnu umartu Rabbiin isaanirraa haa jaalatuu nuu odeesse

عَنْ ابْنِ عُمَرَ y

*Ibnu Umar akki je`e

قال:

*Ergamaan Rabbii nabi Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu ceekhuu tiyya na qabee akki naan je`e

 أَخَذَ رَسُولُ اللّهِ  r بِمَنْكَبِي

*Addunyaa tana keessatti  akka warra imaltu`uu, kan waa xiqqo taa`ee deemu tayi naan je`e

فَقالَ:«كُنْ في الدُّنْيا كَأَنَّكَ غَرِيبٌ

*Takkaa akka nama karaa dabruu tayi akka nama musaafiraa kan ba`aa ifirraa xiqqeessuu malee, waan biyya isatti , ammallee warra isatti , isa galchu , fudhatee , waan biraa ifirraa dhiisuu malee waan biraa hin yaanne tayi naan je`an     

أَوْ عابِرُ سَبِيلٍ

*Ibnu Umar, kan hadiisa kana nuu odeesse , akki je`uu ture kan nabi Muhammadirraa dhagaye

وكانَ ابْنُ عُمَرَ  yيقُولُ

*Yoo Rabbiin guyyaa si   oolchee galgalli sitti   seene halkan san, dalagaa aakhira`aa dalagi borun dalaga jettee, bariisaa hin eegin , achi gayuu ifin hubannee 

إِذَا أَمْسَيتَ فَلا تنَتَظِرِ الصَّباحَ

*Ammas , yoo guyyaan siif  bariye   guyyaa san keessa   waan  sif    tolu   dalagi galgalan dalaga jettee guyyaa dalaguu hin dhiisinii , qophaayii yaroo aakhira`atti godaantu eeggadhu

وإِذَا أَصْبَحْتَ فَلا تَنْتَظِرِ المَساءَ

*Fayyaa   teetirraa , dhukkuba keetii waa kenni akkana jechuun waan hoggaa dhukkubsatte dalaguun si dhibu hoggaa fayyaa qabdu jabaadhuu dalagi jechu

وَخُذْ مَنْ صِحَّتِكَ لِمَرَضِكَ

*Ammas   jiruu    teetirraa du`a teetii waa kenni , akkana jechuun waan eega duutee sii tolu , odoo jirtuu hunda isaa dalagadhu akka aakhira`atti hin sheenoyne jechuudha

وَمِنْ حَياتِكَ لِمَوْتِكَ

*Hadiisa kana Bukhaari`iitu odeesse .

  رَوَاهُ البخاري

 
 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com