BAKKA DR/ MOHAMMED RASHAAD KABIIR ABDULLEE

   

 

     
 

 
   

   
 

 
 

Hiikkaa Qur'aanaa Kan Afaan Oromo'ooti ......Sagalee Dr. Sheekh Muhammad Rashaad

 
   

  الكتب التى ألفها الدكتور محمد رشاد عبد الله   kitaabban dr mahammed rashaad abdullee

 

               Maqaan kitaaban 

     

 
1

Hiikkaa qur`aanaa kan fat-hgurrahgmaan je`amu guutu isaa

 

2 Kitaaba akkaataa qaraatii qur`aanaa nama barsiisu
3 Hiikkaa jechoota qur`aanaa kan fat-hgulrahg-maan je`amu guutu isaa
4 kitaaba Ibsaa islaamaa 
5 kitaaba Gadaa islaamaa 
6 Kitaaba Hiikkaa aqiidaa xahaawiyya`aa
7 Hiikkaa hadiisa afurtamaa kan nawawi`ii   
8 Kitaaba akkaataa hajji`iifii umra`aa nama barsiisu
9 Kitaaba akkaataa salaataa nama barsiisu
10 Kitaaba waan baratu`urraa hafiinsi hin jirree
11 Kitaaba Barannaa seenaa gaafa afriika`aa
12 Kitaaba Seenaa nabi muhammed nageenyi isarratti haa jiraatu    
13 kitaaba Guddina nabi Muhammed rabbi biraa qabu nama ibsu  
14

Kitaaba Gabaabaa sababaa asaaba`aafii warri asaabaa booda dhufe fiqhii keessatti wal dhabeef namaa ibsu    

15 Kitaaba Barsiisaa diin islaamaa gabaabaa
16 Kitaaba Afaan arabaa ifumaan baradhu kan namni sin barsiifne yaroo xiqqoo keessatti
17 Kitaaba Akkaata salaata taraawiihgaa kan karaa fayyaa qabuun  nabi muhammadirraa nageenyi isarratti haa jiraatuu nu gaye kan asaabonni isaa rabbiin irraa haa jaalatuu dalage
18 kitaaba Hiikkaa waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii 
19 Kitaaba Hiikkaa abuu shujaa`
20

kitaaba gabaabaa waan baratuun nama hunda-rratti jiru walitti namaa qabu tawhiidafii , faqhiidhafii

21

kitaaba Asaabonni nabii aqiidaa takka qabaatuu turan yaadaa takko yaaduu turan hundi isaanii aqiidaa kheessatti wal hin dhabne .

22 qubee afaan oromo`oo
23 seenaa akkaataa qubee oromo`oo itti khaayame

 

 
     
     
     

 
 
   
     
 
   
 
   
   

   
 

 

   
 
 
 
 
   
 
 
 
 
 
 
     
     
     
       
   
       
       
       
       
       
       
       
       
       
       
       
       
         
         
filadhu 
kh_rashad2004@hotmail.com