شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II      

Duree { muqaddimah }

  Hadiisa  tokkoffa`aa 

Hadiisa lammeysa`aa

Hadiisa sadeessa`aa

Hadiisa afreessa`aa

Hadiisa shanaffa`aa

Hadiisa jaheessa`aa

Hadiisa torbeessa`aa

Hadiisa saddeyteysa`aa

Hadiisa seyleessaadhaa
Hadiisa kurneessa`aa
Hadiisa kudha tokkoo
Hadiisa kudha lamaa
Hadiisa kudha sadiyyii
Hadiisa kudha afreessa`aa
Hadiisa kudha shaneessa`aa
Hadiisa kudha jaheessa`aa
Hadiisa kudha torbeysa`aa
Hadiisa kudha saddeetii
Hadiisa kudha seyleessa`aa
Hadiisa diiddammeysa`aa
Hadiisa diiddamii tokkeessa`aa
Hadiisa diiddamii lammeysa`aa
Hadiisa diiddamii sadeessa`aa
Hadiisa diiddamii afreessa`aa
Hadiisa diiddamii shaneessa`aa
Hadiisa diiddamii jaheessa`aa
Hadiisa diiddamii torbeessa`aa
Hadiisa diiddamii saddeetii
Hadiisa diiddamii sayleessa`aa
Hadiisa soddommeysa`aa
Hadiisa soddomii tokkeessa`aa
Hadiisa soddomii lammeysa`aa
Hadiisa soddomii saddeessa`aa
Hadiisa soddomii afreessa`aa
Hadiisa soddomii shaneessa`aa
Hadiisa soddomii jaheessa`aa
Hadiisa soddomii torbeessa`aa
Hadiisa soddomii saddeeteysa`aa
Hadiisa soddomii seyleessa`aa
Hadiisa afurtammeysa`aa
Hadiisa afurtamii tokkoffa`aa
Hadiisa afurtamii lammeysa`aa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

SHARHGII MATNII ARBAKGIINA NAWAWI’II

   
 
 
الحديث  الثلاثون

HADIISA SODDOMMEYSA`AA

 

*Hadiisa kana ashaabticha abbaa sa`labaa khushani’ii je`aniin,kan maqaan isaa jursuum ilma naashir tayeetu

عن ابي ثعلبة الخشنى جرثوم بن ناشر y

*Nabi Muhammadirraa ,nuu odeesse, Rabbi isarraa haa jaalatuu

عن ر سول الله r

*Nabi Muhammad rahmata nage-enyi isarratti haa   jiraatuu   akki je`e yaa ummata kiyya Rabbiin ol taye waan waajiba isinirratti godhe qabaa .

قال إن الله تعالى فرض فرائض

*Waan   inni   isinirratti fardii godhe dalaguu ooltanii hin bacchiisinaa takkaa hin balleesinaa wanni inni fardii godhe sun akka salaata sha-nanii, zaka`aa, soomanaa ,hajji`ii, dhugaa dubbatu`uu zikri`ii , fa`a

فلا تضيعوها

*Ammas Rabbiin   waan wassanee irraa isin dhoowwe seera takkaa heera kaaye, qabaa , seera inni kaaye , sanirraan hin tarkaanfatinaa, waan inni irraa dhoowwetti , dabartanii , hin dalaginaa

وحد حدودا فى تعتدوها

*Rabbiin waan  isinirratti haraam godhe qabaa

وحرم أشياء فلا تنتهكوها

,   takkaa   irraa isin, dhoowwe qabaa , itti seentanii hin dalaginaa nama hin ajjeesinaa , hin hatinaa zinaa hin godhinaa nama hin ganinaa nama hin arrabsinaa hin kijibinaa, farshoo hin dhuginaa waan diin keessan miidhu, kan aylii teessan miidhu , hunda , ittin dhiyaatinaa

*Rabbiin   waan   garii  kan isinirratti hin wajabsiisin , takkaa dalagaa isiniin hin je`in , kan irraa isin hin dhoowwin , kan irraa cal`ise qabaa

وسكت عن أشياء

*Rahmata isinii  godh u`uu jecha kan irraanfi`iin hin tayin , wanni irraa cal`iseef irraanfateetii mitii rahmata isinii godhu`uufii, silaa odoo waajiba isinirratti godhee , takkaa irraa isin dhoowwee , isinitti ulfaatti

رحمة لكم غير نسيان

*Waan   Rabbiin  irraa cal`ise san hin qoq-qotina`aa akkasumatti dhiisaa inni waajibamoo haraami jettanii hin gaafatinaa

فلا تبحثوا عنها

*Hadiisa kana daaraquxni`iifii nama biralle`eetu odeesse inni hadiisa nagaya qabu

حديث حسن رواه الدار قطنى وغيره

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com