manzuumaa
biyyaa
kan afaan oromo`oo kan raadiyoo soomaale`etti dabarsuu turan
bara 1967 akka taariikhaa faranji`itti
namni tolche fii qara`ee
Dr / Mohammed rashaad
kabiir abdullee
kitaaba
usuulaa fiqhii
Dhageeffatoota takkaa dubbiftoota kabajamtoota
wanni nu gammachiisu hiikkaa ma`naa qur`aana kan kitaaba FAT-HGURRAGHMAAN KAN
HIIKKAA QUR`AANAA je`amurraa waraabame afaan oromo`ootin isinii dabarsu namni
kitaaba kana afaan oromo`ootin barreessee qooqa isaantin dubbusu
Dr Mohammed Rashaad Kabiir Abdullee Itti dhiyaadhaa
Jecha Dr. Sheekh Muhammad Rashaad Abdullee
كلمة الدكتور
الشيخ محمد رشاد عبدالله كبير موميا الهرري الطرطري
egan Rabbii faarsee Ergamaa
isaa Muhammadirratti rahgmataafii nagaya buusee aalii isaatifii nama karaa
gaari'iin isa jala deemerratti rahgmataafii nagaya buusee .
Wannin je'u gargaarsa Rabiit keenyatiin bakka rashaad.org
interneetii keessatti bannee jirra, wanni itti nu kaase akka ummanni
Oromo'oo bakka kanarraa faaydaa beekkomsa adda addaa argatu'ufi .
Wannin kajeelu ummanni Oromo'oo bakka jiran hundaa wal
gargaaranii bakka rashaad.org tana jabeessu , anis gama kiyyaan waan
beekkomsa taye karaa kanaan ummata kiyyaaf dabarsu'urraa haran baafadhu yoo
Rabbi je'e .
Dr. Sheekh Muhammad Rashaad Abdullee
الحمد لله وكفى والصلاة والسلام على من لا نبي بعده محمد بن
عبدالله واله وصحبه وسلم ، فبحمد الله وتوفيقه تم تأسيس هذا الموقع
rashaad.org لكي يتسنى للمسلمين وخاصة من شعب أورومو
المسلم أن يستفيد منه ويتعلم منه ما
يخص دينه ودنياه وآخرته واني لأبتغي من الله الأجر والثواب
على هذا العمل وللقائمين عليه ..
الدكتور الشيخ محمد رشاد عبدالله
BAANDIRAA
OROMO`OO
Gaafa maqdashoo dhaqee { 1965 } dhaaba
soomaalee
habasha`attin
ida`-ame itti
gaafatama
dardaggeessafii
bar-moota na
godhan duuba
ka`eetan afa-an
oromo`oo
raadiyoona
maqda-sho`oo
akka seensisuu
barbaanu
dhaa-bbarra fide
finnaan maqaa
maalin seen-sifna
gariin oromoo
takkaa gaallaa
haa jennuu
gariin qottuu
haa jennuu
gariin akki je`e
yoo oromoo
takkaa gaallaa
jettanii raaiyoo
seensiftan
manca`aan wal
fin`a je`e odoo
dubbii hin fixin
boru galgala haa
nuu taatuu
jennee na-muu
tumsa
barbaadatu`uuf
adda yaane
haatayuu warra
afaan qottu`uu
haa je-nnuu
je`eetu irra
heddommaate
goreen akkas
jettugoree
adare`eeti .akkanatti
adareen yaada
keenya dura
dhaabb-attee
afaan qottu`uu
jecha`uun
raadi-yoo
maqdasha`oo
seensifne ammas
wannin an tolche
baandiraa dachii
oromo`oo himtu
gurraatii , adii
diimaa manchaa
lama taw al
dabru kan mukni
bunaa jidduu
dhaabbatee kan
buna gubbaa
urjiin roga shan
qabdu tanb odaa
shaman akeektu
jirtu kun
hundinuu adii
kana keessa jira
akkanatti
baandiraa
soomaale galbeed
taate ma`naan
soomaali galbeed
{ ona gaalla`aa
} jechu wanni
jechi kun irraa
dhufe warra
arabaatitu kan
biyya
sooma-ale`ee
seene gara
dhiyaa kana
eenyu taa`a
jennaan ona
gaallan teessu {
ona } jechuun
mana namni
keessaa baye
jennaan namichi
arabaa ona wanni
itti hiikke
bayti wanni taye
{ gaal beyt }
duuba dubbiin
akki taate{
gaalbayd } akka
soomaalen{ T } {
D } gootutti .
Duuba adareen
kaatee baandiraa
manchaa qabdu
nuun taatu nuti
manchaa kan hin
feenu ilmaan
keenya fite
ka`anii
baandiraa
kopa`aa godhan
{ ta
moggaalleneen
diimtu`uu ta
magariinsan
jiddu`uu ta
handhurtii
isi`ii urji`ii
hoggaa san
oromoonni lolee
baandiraa biyya
teenya mul`iftu
sheekh mahammed
rashaad tolche
malee ta biraa
hin feenu duuba
hoggaa san
dhaabni soomaali
galbeed bakka
lamatti qoodamte
gamin tokko
maqaa baandiraa
sheekh mahammed
rashaadin bakka
dhaabaa bane
gamin tokko
dhaaba baandiraa
adare`etti hafe
warri dhaaba kan
keessa jiru
hundi ala yaa`an
namni baandiraa
manca`aa tana
tumsu haaji
ishaaq daadhii
tarre`ee fa`a .
Bara
shantam dura kan inni dubbate
Mee akkaan hubadhu yoo qalbii qabaatte
“Bar
seenaa kan kee baratuun si qabee
Namni seenaan qabne nama jiruu dhabee
Bar seenaa ifii baratuun wajabee
Namni seenaan qabne nama bakka dhabee
Yoo seenaan kan kee isa jabaa tayee
Bar ati dureessaa nama samii bayee
Yoo amanti’iin dura ati jabaa taate
Eega amanti’iitii sumaaf aduun baate”.
Akkas jechuudhaan dhaamsa dabarsate.
Kan dhugaa
dubbatu isa hin kijibne
Kan haqa malee dharaaf raga hin bane,
Namaat jala deema malee kan nama jala hin deemne,
Horii fi bu’aadhaaf dantaa kan hin qabne,
Soda diinaatiif qishif kan hin janne,
Nuuf turi daranuu sumaan bayyanannee.
Kan si
hordofee bobba’u
Si faana deemee haa milkaa’u
Kan si jibbu hundi haa du’u
Hayyuun akka keetii bakka san haa bu’u.
Mil’uun
kee diina haa kuffisu Waaqni adawwii tee haa dhamaasu!
Akkuma
kanaan itti fufi Nyaapha keenyatti karaa cufi\ Kan si hordofan hiriirsi Diina kee wareersi!!
بسم الله الرحمن
الرحيم
الحمد لله والصلاة
والسلام على رسوله وعلى
آله ومن والاه وبعد
ففي الساعة التاسعة من
صباح يوم الأحد وتاريخ
15/3/1434هـ الموافق
27/1/2013م اجتمعت اللجنة
المشكلة من مجلس عمادة
الدراسات العليا في جلسته
رقم 11 المكونة من : أ.د
. جمال مصطفى عبد الحميد
مشرفا على الرسالة وأ.د .
أمين محمد عطية باشا
مناقشا داخليا و.أ.د محمد
عمر بازمول مناقشا داخليا
ilma dr
mohammed rashaad
abdullee ahmed
mohammed rashaad kan
jedhamu
Master's
degree badhaafame guyyaa
17-1-2013
Hiikkaa
Aqiidaa Xahaawiyyaah
"Aqiidaa Ahlus-Sunnaa
Wal Jama'aa Qulqulluu
kutaa lammaffa`aa
Kan Afaan Oromo`ooti
Kan
Dr / Muhammed rashaad Kabiir Abdullee
Kabiir Muummayyaa
kutaa
lammaffa`aa
Hiikkaa Aqiidaa
Xahaawiyyaah "Aqiidaa Ahlus-Sunnaa Wal Jama'aa Qulqulluu
kutaa tokkoffa`aa
Kan Afaan Oromo`ooti
Kan
Dr / Muhammed rashaad Kabiir Abdullee
Kabiir Muummayyaa