شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

Duree

 Shahaadaa lamaan

 Arkaanni islaamaa shani
 salaata
Gatii yookaa darajaa salaataa
 Hukmii nama salaata dhiisee
Qaaydaa islaamaa
Salaatafii sharxii isiidhaa
Hadasa xiqqaafii hadasa guddaa

Akkaataa itti dhiqatan

Salaata shananiitifii raka`aa isi`ii
Wuduu`a takkaa wassaa godhatu`
 Sunnaa wuduu`aa
tayammum
 Waan sharxii salaatarra hafe
Nama salaanni irratti wajjabdu
Azhaana salaataa
Azaana xiqqaa takkaayuu iqaamaa
Akkaataa salaataa waan as deemu kanarraa laalii baradhu
Nama salaanni irratti wajjabdu
Salaata jamaakhaadhaa
Gatii salaata jamaakgaadhaa
Faa`idaa takka du`aa
Salaatul`iida
Salaata taraawiiha
Salaata istikhaara`aa
 Salaata janaaza`aa
Salaata musaafiraa takkaa imaltu`uu
alaata nama dhukkubsatuu
Du`aa`ii salaata
 Waan tashahhuda boodaa wajji qara`an
Du`aa`ii salaata boodaa
Du`aa`ii ganamaa galgalaa
dalagaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
AKKAATAA SALAATAA

   
 

 

الوُضُـوء

WUDUU'A TAKKAA WISSAA GODHATU'

Wuduu`ni humna qaamaa afur dhiqu` takkaa haqu` akka Rabbiin nuun je`etti, Rabbiin akki je`e:

} يَا أَيُّهَا الذِّيْنَ آمَنُوا اِذَا قُمْتُمْ اِلَى الصَّلاَةِ فَاغْسِلُوا وُجُوهَكُمْ وَأَيْدِيَكُم اِلَى المَرَافِقِ وَامْسَحُوا بِرُءوُسِكُم وَأَرْجُلِكُم اِلَى الكَعْبَيْنِ{ .

Ma`naan isaa: { yaa warra Rabbiitti amane hoggaa salaatu`uu kaatan.yoo wuduu`a qabatuu baattan, wadda`adhaa, salaanni, wuduu`a malee , hin tayuu wuduu`an malee salaatatti seenun, hin gayuu tanaaf jecha fuula keessan dhiqaa , harka keessan lamaan hanga ciqilee teessan lamaanitti dhiqaa mataa keessan haqaa. miila keessan lamaan hanga koomee lamaanitti dhiqaa { jechu`u} .

 

تَعَلَّــمْ كَيْفِيَةِ الوُضُوءِ مِنَ الآتي

Akkaataa Wuduu`aa Waan As Deemu Laalii Bari

 

 

الصورة

 

1: Dura dursoo wuduu`an godhadhaa , niyyadhuu ,
{Bismillaahirrahgmaanirrahgiim 

 {بسم الله الرحمن الرحيم  je`ii , shanacha harka lamaanii, hoggaa sadii dhiqi , hoggaa dhiyxu qubbeen wal keessa seensisii dhiqi .

 

الصورة

 

 

 

 

 

2: Bishaan harkaan fudhuu , hoggaa sadii afaanitti naqadhuu ,lulluuqadhu, hoggaa hunda lulluuqqattee tufuudhan wajji . ammallee yoo siwaaka qabaattee siwaakkadhu .

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

3: Hoggaa sadii, bishaanin funyaan kee xuri`irraa akkaan qulqulleeysi, hoggaa sadii bishaan suuta ol if je`ii hoggaa sadii gad deebisii 

 

 

الصورة

 

 

 

 

4: Hoggaa sadii bishaan xaahiraan, fuula kee dhiqi rifeensa mata`arraa qabii hanga lafee areedatti, gurrarraa,hanga gurratti dhiqii, akka bishaan bakka hunda wal gaye hubadhu .

 

 

 

 

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

5: Hogaa sadii , harka kee kan mirgaa hanga ciqile`etti dhiqi kan wanni bishaan qaama gayuu dhowwu , irra hin jirre.

 

 

 

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

 

 

6: Harka kee kan bita`aa hoggaa sadii , hanga ciqile`etti dhiqi , qubbeen qoqotu`uun wajji .

 

 

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

 

 

7: Bishaanin mataa. takkaa rifeensa mata`aa hoggaa sadii tuqi.takkaa haqi. hunda isaa.takkaa garii isaa 

 

 

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

 

 

 

8: Gurra kee lamaan bishaanin haqi keessafii gubbaa isaa qubbeen itti naannessii , hoggaa sadii .

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

9: Miila kee kan mirga hanga koome`etti dhiqi, hoggaa sadii .

 

 

 

 

الصورة

 

 

 

 

 

 

 

 

 

10 : Miila kee kan bita`aa hanga koome`etti hoggaa sadii dhiqi .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com