ما يجب على الملكف
WAAN NAMNI SAALFATE ITTI DIRQAMU
Wanni
nama baaligh aaqil tayee dirqamerratti jiru waan
isarratti wajjabe dalagu` akka Rabbiin itti
ajajetti arkaanafii shaerxii eeggatee waan isa
balleessurraa fagaatee .
Namni
nama waan Rabbiin itti ajaje dhiise arge dalage
je`ee itti gorsuun waajiba ammas yoo nama akka
malee dalagu arge yookaa karaa malee dalagu arge
karaa dalagmu isa qajeelchun waajiba yoo dandaye
dirqi`iin yoo dadhabe arrabaan yoo dadhabe
qalbiin jibbu`u sun irra xiqqaa waan muslimni
dalagatuuti .
Wanni
mu`minarratti jiru bwaan Rabbiin haraam godhe
hunda dhiisuu nama dalagullee irraa dhoowwu yoo
dadfhabe qalbi`iin jibbuu .
Wanni
haraam je`amu waan Rabbiin nama isa dalageef
azba qopheesse kan nama isa dhiisef sawaaba
qopheesse .
Ammoo
waajibni waan Rabbiin nama isa dalageef sawaaba
qopheesse kan nama isa dhiisef azaaba qopheesse
.