القياس
QIYAASA
Ma`naan {
qiyaasaa } hukmii yookaa heera waan heerri
isi`ii hin dhufin waan heerri isi`ii dhafetti
dhaqqabsiisuu dame hundeedhatti dhaqqabsiisuu
waan hundee hukmiin isi`ii dhufteefii damii
heerri isi`ii hin dhufiin jidduu sababaan yookaa
illaan walitti isaan qabdu jirtuuf jecha .
Akka { ruuza }
shari`aan ribaan keessa jiraatuu hin dubbatin
qamadii ribaan keessatti dhufetti dhaqqabsisu`uu
ribaan keessa jiraatuu keessatti waan isaan
lachuu waan nyaadhamu tayeef jecha .