شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

ما هو الجهل

Wallaala jechuun maali

Ammoo jahlii, yookaa wallaala jechuun waan akka isiin taaterraa maysanii beekhu`uuti  , akka warri falsafa`aa wanni rabbi malee jiru , qadiimi je`u sun wallaala je`ama maalif ? wanni rabbi malee jiru hundi , waan eega dhamaatii argamee , qadiima hin je`amu qadiima jechuun waan eega dhabamaatii argamee mitii rabbiin qadiimi kan duruma jiru kan eega dhabamaatii hin argamin tanaaf jecha qadiim , waaqa malee hin jiru duuba waan beekkamuun malu yookaa mijjaayu , akka inni silaa itti beekkamurraa maysunii , beekun  wallaala yookaa jahlii, je`ama inumaa yaanni biraa akki je`u wallaalli yookaa jahliin beekkomsuma dhabuu wallaala naxalaa tayuu , yookaa wallaala dacha tayuu wallaalli naxalaan waan dachii jala jiru wallaaluu .

Ammoo wallaalli dachaan waan silaa garaan  bee-kkamu , gara malee beekuu wanni wallaala akkanaa kanan, wallaala dacha je`ameef waan takka gara malee beekun wallaala tokko akka male`en beekhee ifitti wallaalun , wallaala lammeysa`aati duuba wallaalee wallaala san ifitti wallaalun wallaala dacha je`ama .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com