ý{ý
Maalik binu inas
ÇáÅãÇã ãÜÜÜÜÇáÜÜß ýý}ý
Warri gadaa kanaa
kanneen warra asaabaa dhaqqabe isaan
ý{ýtaabi'uttaabi'iinýý}ý
je'amanii ,waan warra isaan durarraa isaan gaye
qomatti qabatuu qofarratti hin dhaabbanne ,waan
san berreessu eegalan jalqaban
ý{ýmadiinaa
nuuraaýý}ý
keessatti qaallichi maalik ilma anas je'amu
kitaaba ý{ýmuwaxxa'ýý}ý
je'amu allafe .yookaa barreesse . akkasuma
ý{ýMuammad
ibnu abdurrahgmaan ibnu abii zi'biýý}ý
kitaaba waan isa gaye, walitti qabu barreesse .
yookaa sannafe .
Makkatti
qaallichi ibnu ý{ýJureyjiýý}ý
je'amuufii , qaallichi ibnu ý{ýuyeynaaýý}ý
je'amu , kitaabban waan isaan beekhan walitti
qabu barreessanii jiran .
Biyya kuufattis,
qaallichi ý{ýsufyaanussawriiýý}ý
je'amu tokko kitaaba katabee jira .
Biyya
ý{ýBasraaýý}ý
je'amtuttis , qaallichi ý{ýRabii'ibnu
subeyhýý}ý
je'amu titaaba bareessee jira
haa tayuu jarri
waa barreesse kun hundinuu . Akkuma aadaa biyya
isaanitti waa barreessan. waanuma
sheekkotii,biyya isaanii gaye filatee .
Mootichi zamana
sanii kan ý{ýMansuurýý}ý
je'amu tokko ,imaam maalikiin akki je'e: wannin
an hamilu kitaabban ati barreessite kana , warra
waa katabuu beeku ajajee barreessisiisee
heddommeessee , biyya islaamaa hundatti ergee,
waan kitaabban kee kana keessa jirutti dalaguu
malee ,kan biratti akkan dabarre ummata
ajajuudhan yaadee je'een .jennaanin Maalik wanni
mooticha saniin je'e :Yaa mootii islaamaa akkas
hin dalagin .ummanni islaamaa, wanni ummanni nu
duraa je'e,isaan gaye .hadiisa dhagayanii oduu
odeessanii , ummanni hundi waan dura dursoo
isaan gaye qabatee , waan namni irratti wal
dhabeefii kaan dhagayanii , Ummata biyya hundaa
, waan isaan filataniifii isaan walitti
dhiisi.dubbii Mooticha Mansuur je'amuutu
maalikiin je'e jenne tana Mooticha
ý{ýHaaruunurrashiidýý}ý
je'amuutu maalikiin je'elleen je'ame .akka
suyuuxin odeessetti .wanni odeeffame Mootichi
ý{ýHaaruunýý}ý
je'amu kun imaam maalikiin mariyatee akki je'een
:kitaaba kee kana ka'baa keessatti fannisetan
ummata hunda waan isa keessa jirutti dalaguu
qabsiisaa je'een .jennaan Maalik akkas hin
dalagin je'een. maalif asaabonni nabi Muhammed
nageenyi isaanirratti haa jiraatuu mas'alaa
fiqhi'ii keessatti ý{ýfuruu'aýý}ý
keessatti wal dhabanii jiranii . isaan muftii
adda addaa qabaatuu turanii , isaanii akkasitti
jiruu biyya adda addaa keessa faca'anii , karaan
sunna'a hundi, beekkamee ,dabree, akkanumatti
nama dhiisi je'een. Jennaanin Mootichi :yaa abaa
abdullaah, Rabbiin waan gaarii hunda si haa
qunnamsiisu je'een.
Imaam
ý{ýmaalikiinýý}ý
kun nama hadiisa warri madiina'aa nabirraa
odeesse beekuu keessatti. irra jaba'aati. kan
ý{ýsanadniýý}ý
isaa sanada biraa hundarra amanama'aati .kan
murtii asaab umar , ammallee ibnu umariifii
aa'ishaan , ammallee fuqahaa'onni asaaba'aa
turban , je'an, akkaan nama hundarra beekhu .
Maalikiifii jara
akka isaatin beekkomsi hadiisa odeessu'uutifii
fatwaa yookii gaafi'iif deebisaa kennuun, cimee,
gad dhaabbate. duuba maalik gaafa sheekha tayee,
majlisa dhaabee dubbiin kennamteef , hadiisa
nabii odeesseti, fatwaa godhee, tolchee
darasa'aafii nama hunda barsiisee bakka hundaa
namni itti yaa'e . irraa baratu'uu jecha .akkasitti
wanni nabi Muhammed je'e isarra buute .akka ibnu
uyeeyna'aafii dheekhtichi abdurrazzaaq je'amu
tokko je'e' wanni nabi muhammed je'e nageenyi
isarratti haa jiraatuu .ý{ýwanni
argamu'uu dhiyaate ilmaan namaa gaala
yaabbatanii dhayanii ilmii barbaadaf olii gad
deemu .duuba nam tokko kan sheekhticha
madiina'aa tokkorra ilmii beekhu hin argatan.
Duuba asaabonni ý{ýmaalikýý}ý
waan inni odeessefii , waan inni filate hunda
walitti qabanii calleessanii, qulqulleessanii,
addeessanii yookaa fassaranii yookaa hiikanii,
irraa dameessanii ,hunda waan inni dubbatee
ragaa isaa dubbatanii , biyya keessa faca'anii
mazhaba maalik facaasanii , Rabbiin ummata
hedduu isaanin fayyade ..yoo dhugaa tayuu waan
dubbannee baruu feete,yoo waan mazhabni maalik
irratti hundeeffame baruu feete ,kitaata maalik
kan ý{ýmuwaxxaaýý}ý
je'amu laali akka nuti dubbannetti agartaa .