شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

kitaaba salaata taraawiihgaa

 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

AKKAATAA SALAATA TARAAWIIHGAA
KAN KARAA FAYYAA QABUUN
NABI MAHAMMADIRRAA NU GAYE

   
 

 

2  من الهدى النبوى

Ergamaan nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je'e :  

 }من قام رمضان ايمانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه  {

Ma'naan isaa : {namni halkan ramadaanaa dhaabbatee salaate , Rabbitti amanu'uu jecha, galata yookaa sawaaba Rabbii barbaadu'uu jecha,diliin inni san dura dalage marti isaaf dhiifamte }              {B.M.}

Ammas nabiin nageenyi isarratti haa jiraatuu akki je'e:

 }إن الله فرض عليكم صيام رمضان وسننت لكم قيامه، فمن صامه وقامه ايمانا واحتسابا،غفرله ما تقدم من ذنبه {

Ma'naan isaa:{ Rabbiin soomana ramadaanaa soomanuu dirqama isinirratti godhee,an halkan ramadaanaa dhaabbatuu ,salaatuu karaa isinii godhe, duuba namni guyyaa ramadaanaa soomanee halkan isaa dhaabbatee salaate, Rabbitti amanee yookaa dhugo'oomsee ,sawaaba yookaa galata isaa barbaadu'u jecha. diliin yookaa cubbuun inni san dura dalage hundi isaaf dhiifamti}.

{abuu daawuud,tirmizii. nasaa'ii, ibnu maajahi namni odeesse}

Ammas Nabiin akki asaabaa isaanitiin je'uu ture :

  } أتاكم رمضان شهر بركة، يغشاكم الله فيه ،فيحط فيه الخطايا، ويستجيب فيه الدعاء،ينظر الله تعالى الى تنافسكم فيه ، ويباهى بكم ملائكته فأروا الله من انفسكم خيرا ، فإن  الشقى من حرم فيه رحمة الله عز وجل{

Ma'naan isaa:{Ramadaanni,baatin baraka'aa, isinitti dhufe. kan Rabbiin isa keessa rahmataan isin hagoogu. kan isa keessa dilii isinirraa buusu. kan isa keessa du'aa'ii namarraa qeebalu .yookaa namaa dhagayu  isin ramadaana keessa ibaada'atti wal duggomuu keessan ,Rabbiin  ija rahmataatin laala. isiniin malaaykaa isatti dhaaddata. tanaaf jecha, waan gaarii lubbuu teessanirraa Rabbii keessan garsiisaa maalif namni ramadaana keessa jallate nama badee khasaarame , nama ramadaana Rahmata rabbirraa hoongaye } je'an.

          {hadiisa kana nisaa'iitu odeesse}

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Bakkarraa Filadhu
kh_rashad2004@hotmail.com