شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

kitaaba salaata taraawiihgaa

 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

AKKAATAA SALAATA TARAAWIIHGAA
KAN KARAA FAYYAA QABUUN
NABI MAHAMMADIRRAA NU GAYE

   
 

  

خاتمة  البحث

Xumura dubbi'ii

Eega waan dubbanne  dabarsinee Wannin je'u :

wanni ar'a ummanni islaamaa, bayaa dhiyatti, ka`baa ,kibbatti , dalagu,salaata taraawiihaa raka'aa diiddama salaatun isaanii, haqa ragaan, yookaa daliilli dhuga'aa  raggaasisu.isa kan salafussaalih dalagaadhaa irra as dhufe. kan imaamman gugurdaan irratti walii gale. kan ummanni islaamaa hundi itti dalagu'urratti walii gale .zamana umaralfaaruuqirraa,rabbi isarraa haa jaalatuu,hanga zamana keenyaa kanatti .

Salaata taraawiihaa raka'aa diiddama salaatun, waan karaa nabiitin wal dhabuu miti.waan sunnaa khallafuu miti.maalif  sun ajaja nabii jala deemu'uu .nabiin akki je'e :nageenyi isarratti haa jiraatuu:

 }فعليكم بسنتى وسنة الخلفاء الراشدين المهديين{

Ma'naan isaa: {sunnaa kiyya, waanin an karaa isinii godhe jala deemaa. yoo san dhabdan, waan khulafaa'onni khiyya qaqqajeelon, kraa isinii godhe jala deemaa } jechu'.

Akkanatti sunnaa asaab umar jala deemun  ajaja nabii jala deemuu taye .

Inumaa sun, waan haala ummataa walitti fidu. Waan ummata islaamaa tokkumma'atti yaamu .keessattuu eega warri beekkomsa dhuga'aa kan duriifi kan ammalleen irratti walii galee

Nageenyi Rabbiitifii, rahmanni isaa, gabricha isaatifii ,ergamaa isaa gooftaa keenya muhammadiifii, aalii isaatifii, asaabota isaa hundarratti haa jiraatuu .

Faarun ta Rabbii waa hunda uumee  tooyatuutii nagayatti

Namni kitaaba kana afaan arabaatin barreesse khaadimulkitaabi wassunnati sheekh muhammad alii assaabuunii 

    makkalmukarramah  sha'baan 1403

Namni afaan oromo'otti deebise 

Dr /Muhammed Rashaad kabiir abdullee kabiir  muumayya'aa 

khaadima qur'aanafii hadiisaa  26/2/1419

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Bakkarraa Filadhu
kh_rashad2004@hotmail.com