شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

kitaaba salaata taraawiihgaa

 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA

AKKAATAA SALAATA TARAAWIIHGAA
KAN KARAA FAYYAA QABUUN
NABI MAHAMMADIRRAA NU GAYE

   
 

 

لماذا سمي قيام رمضان بصلاة التراويح

Maalif qiyaamni ramadaanaa salaata taraawiihaa je`ama

 

Salaanni halkan soomanaa jamaa'aadh-an salaatan{salaata taraawiihaa} je'ama. Waan isiin salaata dheera raka'aa hedduu qabu taatef jecha  kan warri isii salaatu, raka'aa afur afur hunda booda, hara baafatu hanga fixanitti. duuba tanaaf jecha salaata taraaw-iihaa je'amte.akkana jechuun salaata hara baafanna'aa.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Bakkarraa Filadhu
kh_rashad2004@hotmail.com