MANA BULTII ,
KHORA , WAL GAYA OROMO`OO GAALLA`AA
gaallan muuda
dhayxii zamaana durattii
bakka beekkamtu'uttii biyya
wallagga'attii
yaroon muuda
kana ama tuma hundaa
waggaa
sadii oolun bar balleessaa guddaa
tanaaf amatarraa
takkaayuu lamarraa
gariin
namaa dhaqaa warruma hundarra
wanni isaan
yaadan isa-bbaa muudatii
bofaa
wajji galaa goda wallagga' aatiii
abbaa muudaa
jechuun abbaa oromo' ootii
kan isaan
jabeessuu diin isaanirrattii
hoggaa achi
dheyxee gaallan wal gaafattii
heera waaqatiifii aadaa oromo'ootii
tanaaf namuu
hoggaa achi dhaqu'uu deemuu
waan himee gaafatus baru maleen deemuu
duuba abbaan
muudaa ka'eet isaan haqaa
mataa
huda saanii dhadhaadhan tuttuqaa
yaa'in gaala'aa
goddoon isa kanaa barii
yaa'
ii addunyaa'aatin mee wahi gargarii
yaa'ii
oromoodhaa nama gari'ii dhufaa
warra hundarraayuu dhalaan
irraa hafaa
warri bara
sadii nama erguu oolee
heera
waaqaa cabsee yakka keessa galee
raabaa door
durattii numa dhageessanii
maalif
hin tiyfannee taariikha keessanii