MOOTUMMAA
OROMO`OO
taariikhni
akka je'uu hukmiin oromoodhaa
amata saddeetin walirra qoodamaa
duuba abbaan
zamanaa abbaa gada'aa je'aa
ajajni isaanii isumarraa ka'aa
baraa gadaa
jechuun mootummaa saanitii
tan biyya tooyattuu bakkuma marattii
maqaan mataa
hundaa bokkuudha je'amaa
saddeetaa
saylanis wajji lakkaawamaa
saddeenni
oromo'oo booliisiidhaa barii
heera-bbaa
keessanii yaabboo akkaan barii
wallaalan
orom'oo beekhaa haa gaafatuu
bar dhiirti gaalla'aa heeran irraanfattuu
hayyuudha
je'anii nama jabaadhanii
kha dhiiga eegulle'een bokkuu ni je'anii
Raabaa
door je'anii nama filatanii
hundi saanii addaan akeekkaa qabanii
ka roorroo
deebisuun qayroodha je'anii
mataa gariidhatiin garaada je'anii