|
|
 |
 |
 |
 |
|
|
|
|
|
|
|
MIRRIYSUU GORSAA
NAMNI BARREESSE
DR/MOHAMMED RASHAAD ABDULLEE
|
Akkaan yoo mirriysan malee |
- |
yookkaan
geyraran malee |
afaan guddaa
dhabanii
|
walle'ee
weedduu malee |
* |
yookkaan taphatan melee
|
afaan bal'aan
horanii
|
xilaatan lolan malee
|
**** |
yoo-ffirraa khaasan malee |
Jiruu gaariin
halanii
|
mataa
ol qabattu malee |
*** |
waan
keetii loltu malee
|
du'aadha siin
je'anii
|
Addunyaa
horan malee |
* |
yoo waa baratan malee |
mi'aa jiru'uun
arganii
|
ayli'iin
deeman malee |
**** |
namoo
qabaatan malee |
cinqii jalaan
bayanii
|
yoo
walii nayan malee |
**** |
walii
laalata malee |
namoo waliin
tayanii
|
hiriyaa jabeessan malee |
**** |
jaalalloo furan malee |
tumsa waan
argatanii
|
cinqiin
yoo dhufte malee |
** |
yoo
kha'ee si fur malee |
jaala ifiin baranii
|
dhuga'aan deeman malee
|
** |
Yoo
garaa tolan malee |
dharaan waliin
galanii
|
waliin
yoo galan malee |
* |
waliin
yoo yaa'an, malee |
Haala waliin
baranii
|
Saba fii
guddisan malee |
*** |
biyya
fii jaalatan,malee |
dhiira waan je'amanii
|
bakkayyuu ka'an malee
|
* |
waliin
hojjatan malee |
baraa alaan
galanii
|
jayna
yoo dursan malee |
** |
luyna beysisan malee |
waan deemaniif dhabanii
|
qarri
yoo dubate malee |
** |
gowwaan
yoo use malee |
heera jalaan bayanii
|
obsa yoo
qabaatan malee |
* |
waan
ifii kennan malee
|
namaan deemu'uun tolanii
|
qalbii
yoo tolan malee |
* |
waaqa
yoo sodaatan malee |
kharaa gaariin galanii
|
yoo
dubbii baran malee |
**** |
heera
eeggatan malee |
nama jalaan bayanii
|
afaan
yoo tolan malee |
* |
harka
bal'atan malee |
bakka dhiiran gayanii
|
guddaa
yoo khabajan malee |
* |
xiqqa'aa
nayan malee |
haala gaarii dhabanii
|
humna
yoo qabaatan malee |
* |
sanuu
yoo dalagan malee |
miidhaa
jalaan bayanii
|
waan
namaa tolu malee |
* |
kan
sa'aa tolu malee |
waan biraan
dalaganii
|
jallataa
mukaatif malee |
* |
qottoo yootti khaayan malee |
muka muru'uun
tolanii
|
suuta
yoo deeman malee |
**** |
yoo
firraa eegan malee |
bar akkaan diramanii
|
yoo
waliif tumsan malee |
**** |
waliif
yoo du'an malee |
hamtuu
jalaan bayanii
(afaan ifii guddisa bar wahayyuu
baranii)
manni
yookaa beytin boodaa kun mana yookaa beytii
sadii sadii booda akka mashrabattii
deddeeffamee je'ama
|
|
 |
 |
 |
 |
|
|
|