FUUDHA
OROMO`OOTIFII DHAALA ISAANII
fuuni gaallaa
duraa jaartii takka takkaa
warri booran gariin ni dabarsa
takkaa
gabbara
dubraatis horiidha kennanii
ammoo dhalaa saanii wahuun dhaalchisanii
ilmi irra
gudda'aa isaatu-bbaa dhaalaa
yoo-bboleessi du'ee obboleessan dhaalaa
ilmaanii
jaarti'ii waan qabuun wajjinii
obboleessa guddaa dhaalattii
aansanii
dubri
oromoodhaa dhiirattin dhiyaatuu
gurri
siidhaa bannaan inumaan fuudhamtuu
heera
oromo'otti dubri xaliilumaa
yookkas
tayuu baattee hin fuudhan isumaa