MAQOOTII
OROMO`OO
GAALLA`A
Gaallaa jechuun
isaan ilma ormaa
oromo'os
je'amuu eenyumaassi mormaa
aaraamis je'amuu iramis je'amuu
kan afaan arabaa irraa jalqabamuu
Ereemillee
je'aa warri taariikhatii
baraa
kun hundinuu maquma saanitii
Isaan dur (wadaayii)
eegasii (oromoo)
eegasii gaalla'aa oromoo
ar'ammoo