شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  WALALOO
DR  MOHAMMED RASHAAD

 taariikha oromo'oo

Eenyu namni oromo'oo yookaa gaallaa jibbu

Maqootii oromo'oo

bakka oromoon qubatuu turteefii bakka amma

tokkummaa oromo'ootifii

 uumaa oromo'ootifii tokkumaa isaanii

heeraafii aadaa oromo'oo
mootummaa oromo'oo

waan ummanni ormo'oo jiraatun

diinaa oromo'oo kan islaaman duraa

mana bultii ,khore , walagaya , oromo'oo

uffata  oromo'oo yookaa gaalla'aa

lola oromo'oo
mana jaaru'uufii waa tolchuu oromo'oo
fuudha oromo'ootifii dhaala isaanii

tokkummaa oromo'ootifii soomaali'iifii afar

maali wanni saba  oromo'orratti jiru
mirriysuu gorsaa
gorsa joolle'ee
walaloo biyyaa
gorsa jaalalle'ee

maalif jecha namni warraaqan ka'uun akkaan barbaadama

walaloo faaruu afaan  ormo'oo
dhiichisa oromo'oo
walaloo booya sheekh abuu bakri sabaloo

 

 

 

 

 

 

 

 

 

   
 

  

UUMAA OROMO`OOTIFII

TOKKUMMAA ISAANII

 gaallan bakka hundaa uuman  saanii   takkaa

                   haa walillee dhaban bifaan takka takkaa

gariin wallaggaa itu'uu  gurraachadhawamaa

                   gaallan boorana'aa  isaan magaalumaa

waan bifan tayiniin hundi saanii tokkoo

                     aada`aa afaanin  hunda  karaan tokkoo

dheerinni isaanii akkuma  maluunii

                   mataan saanii jiddu'uu numa  bareedanii

additin dhooqqoytuu keessaa achi baatii

                    sanumaan wajjinuu isiin ni bal'attii

humniti  qaamatis waluma fakkaattii

                     takkarran dabartuu  walitti qajeeltii

gabaabafii dheeran isaaniin fokkatuu              

                    isaan  bareedoodhaa   akkuma marattuu

haalli saanii baraa nama gammachiisaa            

                    akkuma    hundattuu nama  jaalachiisaa

xaliilummaa saanii namuutu odeessa

             jaynummaan isaanii beekkamaadhaa dhiisaa

cawummaan isaanii  waa beekhu'uun wajjiinii

                     tanumaafuu      baraa   faaruu  argatanii

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com