HEERA GAALLA`AA
{ OROMO`OO }
Heerri
oromoodhaa heeruma beekkamee
inuu
heerikkasii eessatti argamee
waa hundattuu
baraa inni ir'uun qabuu
waan jiruu isaanii woma
dhiisen qabuu
Namni
addunyaadhaa heera saanii faarsee
guutun heera saanii waa xilaata aarsee
namumtin
dubbatin heera isaanirraa
baraa ni takkataa orma addunya'arra
ingiliiz
biratti silaawuu beekkamaa
oksofoordumattuu baraa
qara'amaa
faransaan
katabee taariikha gaalla'aa
xaaliyaan barreessee
mee bira laala'aa