شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

  WALALOO
DR  MOHAMMED RASHAAD

 taariikha oromo'oo

Eenyu namni oromo'oo yookaa gaallaa jibbu

Maqootii oromo'oo

bakka oromoon qubatuu turteefii bakka amma

tokkummaa oromo'ootifii

 uumaa oromo'ootifii tokkumaa isaanii

heeraafii aadaa oromo'oo
mootummaa oromo'oo

waan ummanni ormo'oo jiraatun

diinaa oromo'oo kan islaaman duraa

mana bultii ,khore , walagaya , oromo'oo

uffata  oromo'oo yookaa gaalla'aa

lola oromo'oo
mana jaaru'uufii waa tolchuu oromo'oo
fuudha oromo'ootifii dhaala isaanii

tokkummaa oromo'ootifii soomaali'iifii afar

maali wanni saba  oromo'orratti jiru
mirriysuu gorsaa
gorsa joolle'ee
walaloo biyyaa
gorsa jaalalle'ee

maalif jecha namni warraaqan ka'uun akkaan barbaadama

walaloo faaruu afaan  ormo'oo
dhiichisa oromo'oo
walaloo booya sheekh abuu bakri sabaloo

 

 

 

 

 

 

 

 

 

   
 

  

EENYU NAMNI OROMOO

YOOKAA GAALLAA JIBBU

 

kan oromoo diduu takkaayuu diinumaa       

                               takkaayuu galtu'uu tanaaf isaan mormaa

takkaa  nin  laalinii   taariikha    saanitii       

                                   takkaa wahiif fedhaa baduu    isaanitii

yaa obboleeyyan kan koo mee narran laalina            

                              waan jirun dubbadhee mee hin laalatinaa

taariikhan jalqabaa gariidhan   dubbadhaa    

                               waan jaalattaniifii kaanis dhaggeeffadhaa

taariikhuma jechuun bar waan dabre himuu       

                                 hamaadhafii gaarii waanuma   argamuu

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com