شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
USUULA FIQHIHI`II
 

Duree

 Beysa bu`urraa 

Beysisa ma`naa fiqhi`ii
 Maali wanni fiqhi`itti fedhame
Heera ibsu`uu
Waan beekkomsa taye addeessu
 Wallaala jechuun maali
Beekkomsa namaa
 Raga`aafii raggaafifatuun maali

Waa seyuun takkaa dareemuun akkami

Waan shakkiin yookaa mamni taye himuu
Waan usuula fiqhii taye himuu
Daliila fiqhi`ii adda babaafamaa
Hulaa usuulul fiqhi`ii
Hulaa dubbii qoodu`uu
Dubbiin bakka afuritti qoodamti
Dubbiin bakka sadiyitti qoodamti
Dubbiin bakka lamatti qoodamti
Haqiiqan bakka sadiyitti qoodamti
Waan amri`iifii nahyii jala seenufii waan isaan jala hin seene
Dhoowwaa
Jecha waa heduu qabatu
Jecha gabaabaa
Dalagaa ergamaa rabbii
Waan argame deemsisuu
Naskhiin bakka heddu`utti qoodama
 Hulaa daliilli yookaa ragaan wal didu`uu
Walii gala ulamaa`ii fiqhii islaamaa
Akhbaara sunnaa hadiissa
Qiyaasa
 Qiyaasni bakka sadiyitti qoodama sun
Dhoowwa` halaal
Waan duraan jirutti dalagu
Istis-haab haala dur haala ammaatii kennuu
Daliila tarreessuu
Sharxii mujtahidaa
Sharxii nama waa baruu barbaaduu
Al ijtihaada
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba

waraqaat je`amu kan usuulaa fiqhi`ii  

   
 

  

أبواب اصول الفقه

Hula usuulul fiqhi`ii  

Hulaan yookaa balbalti usuulul fiqhi`ii diiddamii sadii isiin .

1 – hirmaata afaaniti

1 - تقسيم الكلام

2 – amrii , ajjaja

2 – الأمـــــــر

3 – nahyii , diddaa

3 – النهى

4 – dubbii guutuu nama hunda qabattu aammii

4 -  العام

5 – dubbii gabaabduu nama garii qabattu khaassii

5 – الخاص

6 – dubbii gad dhiifamtuu

6 – المطلق

7 – dubbii hidhamtuu

7 – المقيد

8 – dubbii addeessu`utti haajamtu

8 – المجمل

9 – dubbii addeeffamtuu

9 – المبين

10 – dubbii mul`attuu

10 – الظاهر

11 – dubbii waan mul`aturraa maysanii fassaru`utti haajamtu

11 – المؤول

12 – dalagaa saahiba shari`aadhaa

12 –افعال صاحب الشريعة

13 – waan waa nassakhu yookaa deemsisu

13 – النسخ

14 – waan nassakhamu

14 – منسوخ

15 – ijmaa`a

15 – الاجماع

16 – akhbaara

16 – الأخبار

17 - dhoowwamaafii halaal

17 – الحظر والاباحة

18 – qiyaasa kanuma tayee haa tayuu

18 – القياس بأنواعه

19 – diliila tarreessuu

19 – الدليل

20 – haala nama waa himuu yookaa heera muruu

20 – حال المفتى

21 – haala nama waa gaafatuu yookaa hee-raa isaaf muruu barba-aduu

21 – حال المستفتي

22 – haala nama akka fiqhii yo-okaa akka heera islaamaa itti baran kaayuti

22 – حال المجتهد

 Baabni kun hundinuu fassaramee yookaa hiikkameeti sii dhufu`uu taa`a yoo rabbi je`e .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com