حكم المرتد
YAKKA NAMA ISLAAMARRAA DEEBI`EE
Maali wanni nama islaamni isaa duraa baderratti
jiru ?
Nama
waan nama kafarsiisu yaadee takkaa dalagee
takkaa je`ee diin isaa takkaa islaamni isaa
duraa baderratti wanni jiru .
1
– Shahaadaa lamaan
qabatee islaamatti dafee deebi`uu { ashhadu anna
laa ilaaha illallaahu wa ashhadu anna Muhammad
rasuulullaahi
اشهد أن لا اله الا الله واشهد أن محمدا رسول
الله
}
je`e
2
–
Ammas waan kafareen san dhiisu`u .
3
–
Ammas maalifan waan san dalagee yookaa yaadee
yookaa je`ee kafare je`ee sheenayu`u
4
–
Ammas amma eegu waan sanitti hin deebi`u je`ee
maratu .
{
Murtaddichi }
yookaa namichi akkasitti kafare sun yoo ifiin
shahaadaa lamaan qabatee islaamatti hin deebi`in
akka shahaadaa lamaan qabatee tawbatee
kufri`irraa islaamatti deebi`u irra barbaadun
waajiba.
Nama
kafare wanni isarraa barbaadamu islaamayu yoo
didee ajjeeffamu`u kana malee wanni biraa irraan
qeebalamu namni isa ajjeessu mataa biyyaati
sanuu eega islaamatti deebi`uu irra barbaadee ,
inni deebi`uu didee sanuu yoo namni lama
qajeelan kufrii isaatin raga itti bayee arganii
dhagayanii takkaa innumti ifuma if himee .
Nabi
Muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu akki
je`e {
من بدل دينه فاقتلوه
man
baddala diinahuu faqtuluuhu } ma`naan isaa :
nama kafaree diinaa isaa jirjiire ajjeessaa
jechu`u hadiisa kana bukhaari`iitu odeesse .
Nama
waan nama kafarsiisun kafare yoo soomana qabaate
soomanni isaa duraa bade tayammuni isaatis bade
jaartin isaatis hiikkamte yoo fuudhee odoo bira
hin gayin kafare akkasuma yoo eeguma bira gayee
takkaayuu wajji rafee kafares waan odoo iddaan
isi`ii hin dhumin islaamatti hin deebi`niin ammo
iddaa keessatti yoo islaamatti deebi`e hin
hiikkamtu
Namni islaamarraa deebi`e intala isklaamaa
fuudhuu hin qabu akkasuma intala kaafiraatis
fuudhuu hin qabu namni {murtaddaaye }waan inni
qale nyaatun hin gayu inni nama hin dhaalu
namni biraatis isa hin dhaalu yoo du`e irratti
hin salaatamu`uu hin dhiqamu hin kafanamu
qabroota islaamaa keessatti hin awwaalamu horiin
isaa hukmii horii kuffaararraa lolaan male`etti
harka orma islaamaa seniti qaba .