محرمات الاحرام
WAAN NAMA HAJJI`IIFII
UMRAA HIDHATERRATTI DHOOWWAMU
Wanni
nama hajji yookaa umraa hidhaterratti dhoowwamu
waan as deemu kana :
1 –
waan urgaayu godhatuu .
2 –
mata`aafii rifensa areedaa dhadhaa takkaa moora
takkaa zeytii gaga bayfame dibuu .
3 –
kotte`eefii rifensa ciratu`uutu haraami
4 –
beeratti ida`amu`uutu haraami wajjille`1een
tapatuun haraami .
5 –
nikaaha hidhu`uutu haraami .
6 –
biniinsa alaa kan nyaadhamu al`o`uutu haraami .
7 –
dhiirti waan hodhame takkaa diraama takkaa
maxxanfame kan qaama wal gayu takkaa itti marsuu
uffatuun haraami akkasuma mataa hogooggatuun
haraami .
8 –
dhalaan fuula if dhoysuun ammallee shurraaba
harkaa uffatun haraami .
Namni
waan haraamn jenne san dalage dili`iifii
fidya`aatu takkaa yokkamaatu isarra jira ,
hajjiin fayyaatayuun wajji .
Ammo
beeratti ida`amu`uun odoo hajji yookaa umraa
keessa jiruu dalagaa saniin dilaayu`uufii
kaffaaran irratti wajjabu`uun wajji wanni
ida`atu hajjiin takkaa umraan duraa baduu haa
tayuu bade je`ee hin dhiisuu dalagaa hajji`ii
yookii umra`aa hanga hafe dalageeti guuta ammas
daddafeeti qadaa baasa amata as deemu .
|