شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA MAQXASARA  

DUREE

 WAAN ISLAAMARRAA BARATUUN DIRQAMA

NAMNI ISLAAMAA DIIN ISAA TIYFATUU QABA
YAKKA NAMA ISLAAMARRAA DEEBI`EE
WAAN NAMNI SAALFATE ITTI DIRQAMU
XAHAARA`AAFII SALAATA
WAAN ABBOOTII IRRATTI ILMAAN ISAANITIIF WAJJABU
WUDUU`A SALAATA
WAAN MANARRAA BAYERRAA IF QULQULLEYSUU

HADASA XIQQAADHAFII GUDDAADHARRAA QULLAAYUU

TAYAMMUMA
WAAN NAMA XAHAARAA HIN QABNERRATTI DHOOWWAMU
SHARXII SALAATARRAA AMMAS
WAAN SALAATA BALLEYSU
SHARXII SALAANNI QEEBALAMUUN
ARKAANA SALAATAA
JAMAA`AA SALAATAA
SHARXII JUM`AADHAA
ARKAANA KHUXBA`AA
SHARXII KHUXBAA LAMAANII
SHARXII JAMAA`AADHAA
SALAATA JANAAZA`A
IRRA XIQQAAN SALAATA JANAAZA`AA
ZAKAATAA
JALQABA HISAABA ZAKA`AA
ZAKAATARRAA HANGA WAJJABU
ZAKAATA FIXRI`II  
ZAKAAN NAMA SADDETIF KENNAMA
SOOMANA RAMADAANAA
HAJJI`IIFII UMRAA
 ARKAANA HAJJIIDHAA
ARKAANA UMRA`AA
SHARXII XAWAAFAA
WAAN NAMA HAJJI`IIFII UMRAA HIDHATERRATTI DHOOWWAMU
WAAJIBA HAJJI`IITIFII UMRA`AA
WAAN NAMAAN WAJJI DALAGAN
RIBAA { HORII DHALAA }
FAA`IDAA
QALLABA
QALLABA JAARTI`IITIFII MAHRII ISI`II
WAAN QALBIIN DALAGUUN BARBAADAMU
DILII LUBBUU HUMAN QAAMA NAMAA
CUBBUU YOOKAA DILII GARA`AA
DILII IJAA
DILII ARRABAA
DILII GURRAA
CUBBUU HARKAA
DILII QAAWA LAMAAN JALAA 
DILII MIILAA
DILII QAAMA HUNDAA
TAWBAA
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba
gabaabaa waan baratuun nama hundarratti jiru walitti namaa qabu tawhiidafii , faqhiidhafii

   
 

 

اركان الصلاة

ARKAANA SALAATAA

Arkaanni salaataa utubaan yookaa dhaabni salaataa kan isa malee salaanni hin argamne khudha torbba :

1 – Qalbi`iin niyyatu : wanni niyyatu yoo salaata waytii qabdu ammallee sababaa qabdu taate salaata abaluutii jechu`u yoo salaata fardi`ii taate fardii abaluutan dalagaa niyyatu`u sun akka fardii zuhri`iitan salaataa qalbi`iin niyyatu`uutii .

2 – Allaahu akabar je`u : sharxii if dhageessisu`uutin akkuma waan biraa kan ruknii taye kan salaata keessattii qara`amu hunda if dhageessisuun sharxi`ii { allaahu akbar } jechuun rukni salaataa tan lammeysa`aati .

3 – Salaata fardi`ii keessatti dhaabbatu` namni dandayu .

4 – Faatihgaa qara`uu bismil;laahiidhafii shaddiidhafii wal jala oofu`uun wajji akkuma isiin dhuftetti harfii bakka isiin irraa baaturraa baasu`uun qaraatii ma`naan balleessitu qara`uu dhabu`uun sun akka taa`ii { ankgamti } { أنعمت  ankgamtu } je`uudhati lukudiidhan qara`ee { ankgamta } jechuun kanneen ati qananiifte jechu`u ammo ankgamtu jechuun anaatu qananiise jechu`u .

Qaraatii faatihgaadhaa balleessun haraami haa tayuu yoo ma`naa hin balleessin salaanni hin baddu yoo beekha`aa qaraatii balleess malee gaafas salaanni ni baddi qaraatin sun ma`naa jirjiirtuu jirjiiruu baattuu .

5 – Rukuu`a godhu hanga harki isaa lamaan jilba isaa lamaan gayutti gad je`uu .

6 – Rukuu`a kessa turuu hanga humniti isaa hundi  sosso`uu dhiiftutti bakka takkaa sun hanga {  سبحان الله  subhaanallaahi } je`an takka rukku`a keessa taa`u takkaa turuu .

7 – I`tidaala godhuu : sun rukuu`araa mataa ol qabanii dhaabbatuudhaa .

8 – I`tidaala kessa waa xiqqo turuu .

9 – Hoggaa lama sujjuuu adda hunda isi`ii takkaa garii isi`ii lafa kaayuu . sharxii additi qullaa tayu`uutin ammallee sharxii itti ulfaatu`uutin ammas hoggaa sujuudan jibba lammaanirraa waa lafa kaayuu . shanacha harka lamaanirraayis waa lafa kaayuu . akkana jechuun sujuunni human torbarratti tayuu jechuu . sun adda , shanacha harka lamaanitti . jilba lamaani . keessa qubbeen miila lamaaniti. addarratti ulfaatu`uun wajji . isii qulla`aa  haa tayuu gariin ulamaa`iidhaa sujuudaa keessatti adfdarratti gad ulfaatun waa sharxi`ii miti je`a . isaan biratti odoo mataan gama duubatii ol tayelle`ee salaanni fayyaa taati .

10 – Sujuuda lamaan keessa xiqqo turuu hanga { subhgaanallaahi } hoggaa takka je`an takka .

11   sujuuda lamaan jidduu taa`uu .

12 – Teessuma sujuuda lamaan jidduu taa`an keessa turuu .

13 – Teessuma tashahuda boodatiifii salaata alannabi`iitii salaataa isa boodatiif taa`uu .

14 – Tashahhuda boodaa takkaa attahiyyaata boodaa qara`uu guutuu isaa sun :

}  اللتحيات المباركات الصلوات الطيبات السلام عليك ايها النبي ورحمة الله وبركاته السلام علينا وعلى عباد الله الصالحين اشهد أن لا له الا الله واشهد ان محمدا رسول الله  {

attahgiyyaatul mubaarakaatus salawaatux xayyibaatu , lillaahi assalaamu aleyka ayyuhannabiyyu warahmatullaahi wabarakaatuhuu assalaamu aleynaa wa alaa ibaadillaahissaalihiin ashhadu an laa ilaaha illallaahu waa ashhadu anna Muhammad rasuulullaahi }

takkaa irra xiqqaa tashahhudaati qara`a sun hunuu kana :

التحيات لله السلام عليك ايها النبي ورحمة الله وبركاته السلام علينا وعلى عباد الله الصالحين اشهد أن لا اله الا الله واشهد أن محمدا رسول الله

{ attahgiyyaatu lillaahi salaamun aleyka ayyuhannabiyuu warahmatullaahi wabarakaatuhuu salaamun aleynaa wa alaa ibaadillaahissaal ;ihiin ashhadu an laa ilaaha illalaahu wa ashhadu anna muhammadan rasuulullaahi } .

15 – Salaata alannabiyyi tashahhuda boodaa keessatti qara`urraa xiqqaan salaata alannabiyyi`ii { allaahumma sa;li alaa Muhammad . jechu` .

16 – Salaamtaa baafatuyu irra xiqqaan salaamat`aa { as salaamu aleykun } jechu .

17 – Dalagaa salaataa akka dubbannitti dalagu`u dhaabbatiinsan jalqabaee { allaahu akbar niyya`aan wajji itti aansee eegasii faatihaa qara`ee rukuu`a godhee eegasii i`tidaala godhee eegasii sujuuda lamaan godhee akka dubbanetti dalaga ammo yoo akka dubbanne kanatti dalaguu baate takkaa dhiise akka odoo rukuu`a hin godhin sujuudu`uuti beekha`aa salaanni isaa bade .

Ammo yoo irraaffi`iin akkas dalage waan dhiise sanitti  deebi`ee haa dalaguu yoo dalagaa akka waan dhiisee san dalagu`utti jiruu yaadate malee akka odoo rukuu`a raka`aa lammeysa`aa keessa jiruu yaadatu`uufii gaafana rukuukgni inni raka`aa durarraa irraanfate sun rukuu`a raka`aa lammeysa`aa kanaan guutamti wanni eega irranfatee dalage kan rukuu`a raka`aa durarraa irraanfateefii rukku`a raka`aa lammeysa`aa kan fide jidduu jiru hin hisaabamu tanaaf jecha raka`aa kan tokkichaatu isaaf hisaabama takkaa lakkaawama .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com