ใฺวีํ วแศวุไ
CUBBUU YOOKAA DILII
GARA`AA
Dilii gara`arraa :
1
ribaa nyaatu`u horii dhalaa nyaatuu .
2
ashuura nyaatu`u .
3
waan namaa , dirqi`iin namarraa fudhatee nyaatuu
.
4
waan karaa shari`aan didduun fuudgame hunda
nyaatun haraami .
5
diliin garaadhaa farshoo dhugu`u qixaan`I nama
farshoo dhugee , yoo bilisa taye hoggaa afurtama
garafamuu yoo gabra taye diiddama garafamuu ammo
abbaan biyyaa takkaa imaamni qixaaxa isaa
afurtamarra ida`uu ni qaba jiilchudhaa jecha .
6
waan nama macheessu hunda nyaatun haraami .
7
akkasuma waan najisa taye hunda nyaatun haraami
.
8
waan xurii taye kan nabseen jibbitu nyaatun
haraami .
9
horii joollee abbaan irraa du`ee nyaatun haraami
.
10
horii waqfi`ii akka abbaan itti waqqaferraa
maysanii nyaatun haraami .
11
waan namni zigaalaf namaa kennu kan qalbi`ii hin
jaalatin nyaatun haraami .
|