التيمم
TAYAMMUMA
Namni
bishaan dhiqatuun takkaa wadda`atuun dhabe
takkaa kan yoo bishaanin dhiqate takkaa
wadda`ate bishaan isa miidhu taye tayamuma
godhata .
1 –
Eega watiin seentee .
2 –
Eega najisa afwiin takkaa dhiifamni irraan
godhamne kan qaama isarra jiru ifirraa dhiqee
tayuu .
3 –
Bayyee xaahira dhukkee qabduun harkaafii fuula
haquu fuulan jalqabee harka lamaan itti aansee
hoggaa lama harkaan biyyee dhawee dhawiinsa
duraa fuulan haqee dhawiinsa lammaysa`aa harka
lamaanin haqee niyyaa salaataa yookaa waan
biraa halaalfatu`uutin sharxiin niyya`aa hoggaa
biyyee fuulan hqaqu fudhaturraa qabdee hanga
fuularraa waa haqyttu jiraatu`u .
|