شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA MAQXASARA  

DUREE

 WAAN ISLAAMARRAA BARATUUN DIRQAMA

NAMNI ISLAAMAA DIIN ISAA TIYFATUU QABA
YAKKA NAMA ISLAAMARRAA DEEBI`EE
WAAN NAMNI SAALFATE ITTI DIRQAMU
XAHAARA`AAFII SALAATA
WAAN ABBOOTII IRRATTI ILMAAN ISAANITIIF WAJJABU
WUDUU`A SALAATA
WAAN MANARRAA BAYERRAA IF QULQULLEYSUU

HADASA XIQQAADHAFII GUDDAADHARRAA QULLAAYUU

TAYAMMUMA
WAAN NAMA XAHAARAA HIN QABNERRATTI DHOOWWAMU
SHARXII SALAATARRAA AMMAS
WAAN SALAATA BALLEYSU
SHARXII SALAANNI QEEBALAMUUN
ARKAANA SALAATAA
JAMAA`AA SALAATAA
SHARXII JUM`AADHAA
ARKAANA KHUXBA`AA
SHARXII KHUXBAA LAMAANII
SHARXII JAMAA`AADHAA
SALAATA JANAAZA`A
IRRA XIQQAAN SALAATA JANAAZA`AA
ZAKAATAA
JALQABA HISAABA ZAKA`AA
ZAKAATARRAA HANGA WAJJABU
ZAKAATA FIXRI`II  
ZAKAAN NAMA SADDETIF KENNAMA
SOOMANA RAMADAANAA
HAJJI`IIFII UMRAA
 ARKAANA HAJJIIDHAA
ARKAANA UMRA`AA
SHARXII XAWAAFAA
WAAN NAMA HAJJI`IIFII UMRAA HIDHATERRATTI DHOOWWAMU
WAAJIBA HAJJI`IITIFII UMRA`AA
WAAN NAMAAN WAJJI DALAGAN
RIBAA { HORII DHALAA }
FAA`IDAA
QALLABA
QALLABA JAARTI`IITIFII MAHRII ISI`II
WAAN QALBIIN DALAGUUN BARBAADAMU
DILII LUBBUU HUMAN QAAMA NAMAA
CUBBUU YOOKAA DILII GARA`AA
DILII IJAA
DILII ARRABAA
DILII GURRAA
CUBBUU HARKAA
DILII QAAWA LAMAAN JALAA 
DILII MIILAA
DILII QAAMA HUNDAA
TAWBAA
 

 

 

 

 

 

 

 

kitaaba
gabaabaa waan baratuun nama hundarratti jiru walitti namaa qabu tawhiidafii , faqhiidhafii

   
 

 

γΪΗΥν ΗανΟ

CUBBUU HARKAA

Diliin harka lamaanii heddu`uu sanirraa

1 – saffaraafii miizaana waa dhuudhamamu keessatti namarraa waa ir`isuu .

2 – waa hatuu namni diinaara bakka afuritti qoodamerra waan harka tokko gayu bakka wanni akkasii itti tiyfamturraa hafe ni qaxxa`ama ni yakkama qixaan`i nama waa hatee hanna duraa keessatti takkaayuu hanna takkatti harka mirgaatu murama yoo eegasii deebis`ee hate miila isaa ka bita`aatu murama eegasii deebi`ee yoo hafte harka isaa ka bita`aatu murama eegasii yoo miila isaa ka mirgaatu murama .

3 – waan namaa saamu dirqi`iin waa namarraa fudhatuu ashuura nyaatuu horii duulli boojiye haqa malee nyaatuu .

4 – haqa malee nama ajjeessuu nama nama ajjeeserratti wanni jiru kaffaaraa baasuu kafaaran gabra mu`mina , kan ir`uu hin qabne , bilisoomsuu yoo dhabamee dadhabee baatii lama wal faana soomanuu yoo danu`utti nama ajjeesse takkaa danu`uufii beekkaadhan  ajjeesse , sun akka waan aada`atti hin ajjeefnen dhooynan du`uutii gumaadhatu wajjaba yookaa isarra jira sun yoo dhiira islaamaa bilisa taye , gaala dhabba yoo dhalaa islaamaa bilisa taate , cinaa sanitti gosti diyaadhaa yookaa gumaadhaa akka ajjeechaadhatiin wal dhabdi .

5 – diliin harkaa haqaan male`etti nama dhawuu  

6 – ammallee gubboo fudhatu`uufii kennulle`eetu haraami .

7 – diliin harkaa waan lubbuu qabaa gubuu yoo akkas malee kan namarraa hin deebine taye malee .

8 – waan lubbuu qabaa fafeessuu human isi`ii irraa ciru1uun .

9 – waan qimaarri takkaa litootin keesssa jiru hundaan taphatu ammas waan miya taphaa taye hundaan taphatuu kan akka mizmaaraa .

10 – dhalaa alaga`aa beeka`aa tuquu girdo       `oon male`etti takkaa girdo`oon taatetuma yoo fedhi`iin yookaa mi`eeffatu`uun wajji taate haraami odoo rahima wal fuudhun hin geenyellee taatee odoo dhalaan dhalaa takkaa dhiirti dhiira tuqullee taatee .

11 – diliin harkaa waan lubbuu qabu sawaruu .

12 – zakaa hunda takkaa garii kennuu diduu , eega kennu`urraa mijjeeyfatee takkaa waan kennuun hin geenye zaka`arraa baasuu takkaa nama zakaa haqa hin godhannee kennuu .

13 – nama mi`oyaan waa namaa dalage haqa isaa isa dhoowwatuu .

14 – nama beelaf du`atti jiru , waan nyaataa takkaa dhugaati`ii kan lubbuudhan if keessatti eeguudhaf itti haajamu dhoowwatuu .

15 – nama bishaan fuudhu`utti jiru baasuu diduu odoo dandayuu .

16 – diliin harkaa waan je`uun haraamii katabuu .

17 – dalaga`aan yookaa jechaan yookaa haalan nama ganuu .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  filadhu  

kh_rashad2004@hotmail.com