ما يحرم على المحدث والجنب والحائض
WAAN NAMA XAHAARAA
HIN QABNERRATTI DHOOWWAMU
Namani
wuduu`a hin qabne salaata salaatun xawaafa
xawaafun ka`ba`aan naannawuun } qur`aana
ba`atuun qur`aana tuquun isarratti haraami
takkaa dhoowwama ammoo jooleen qur`aana barattu
ba`atu`uufii tuqullee ni qabdi bartu`uu jecha .
Namnio
janaabtaa qabu salaata xawaafa qur`aana ba`atuu
qur`aana tuquu qur`aana qara`uu masjida keessa
taa`uudhatu isarratti haraami takkaa dhoowwama .
Ammoo
isiin dhiiga aada`aa qabduufii isiin dhiiga
ulma`aa qabduu salaanni xawaafni qur`aana
ba`atuun qur`aana tutuun qur`aana qara`uun
soomana soomanuun masjida keessa taa`un odoo
dhiiyni irraa hin catin isi`irratti haraami
akkasuma jaarsi isi`ii qaama isi`irraa waan
handhuraafii jilba jidduu jirutti qananu`uu itti
dhiisu`uuti isi`irratti haraami hanga qaama
dhiqattutti qaqqabatu`un itti qanani`uun itti
ida`amu`uun itti qanani`uun lachuu haraami ammoo
ulamaan gariin isiin dhiqatin itti ida`amuun
haraamii ammoo qaqqabatuu fa`aan itti qanani`uun
gaya je`a .
|