النفقة
QALLABA
Namni
waa qabu haadhotii isaatifii abbootii isaa
qallabuun isarratti wajaba yookaa isarraa jira
takkaa dirqama yoo haadhaa abbaan isaa horii
qabaatuu baatan odoo dalagallee dandayanii .
Akkasuma waan ilmaan isaatifii , ilmaan ilmaan
isaa taye hunda qallabuun isarratti jira takkaa
itti dirqama sharxii ilmaan isaa hiyyoomaniin
horii dhabanii takkaa dalagaa dandayan dhabanii
joollumma`aaf takkaa dhukkuba dalaga`arraa isaan
teessisu dhukkubsatu`uuf jecha
|