ÒßÇÉ ÇáÝØÑ
ZAKAATA FIXRI`II
Zakaanni fixri`ii sababaa baatii ramadaanarraa
ammas baatii soomana boodarraa zamana xiqqaa
dhaqqabatu`uutin . namarratti wajabdi tanaaf
jecha nama soomana keessa du`eefii kan eega
soomanni bayee dhalaterraa fixrii baasun hin
wajabu , namni irraa kennuun wajabu nama
soomaqna keessa jiru kan eega soomanni bayee
jiru .
Namni
zakaata fixri`ii kennuun irra jiru nama islaamaa
hunda , namni inni irraa kennuun waajibaa lubbuu
isaatifii nama inni qallabu hunda , yoo islaama
tayan .
Wanni
zakaata fixri`iitif kennan midhaan bitti nyaattu
hangi kennan nama hundarraa suguda tokko tokko
yoonif wanni . kennu sun deynii yookaa mugoota
isarra jirurraa hafe . ammallee yoonif uffata
isaatifii . mana isaatii nafaqaa nama inni
qallaburraa ammallee waan isaan halkan
iidatiifii guyyaa iidaa nyaatanirraa isaa hafe .
yoo waan dubbanne sanirraa isaa hafuu baate
fixrii jennuun isarratti hin wajjabu
Zakkaa
cufa hoggaa baafatan niyyatuun waajiva hanga
zaka`aa , horii isarraa kophaa baasee
|