اركان خطبة الجمعة
ARKAANA KHUXBA`AA
Arkaanni kuxbaadhaa sadii .
1 –
Rabbi faarsuu nabi muhammadirratti nagaya buusuu
, soda Rabbiin takkaa soda Rabbiiti nama gorsuu
khuxbaa lamaan keessati .
2 –
Aayata warri dhaggeeffatu m`anaa isi`ii beekhu
khuxbaa lamaaniraa tokko kheessatti qara`uu
warri dhaggeeffatu ma`naa aayataa beekhun yookii
aayanni sun tan ma`naa nama beysitu tayuun yoo
namni dhaggeeffatu kana fan arabaa beekhu taye
takkaa ma`naa aayata sanii warra afaan arabaa
hin beeynef afaan isaanitti tarjamuudhani .
3 –
Khuxbaa lammeysa`aa keessatti du`aa`ii orma
mu`minaatii godhuu .
|