الحج والعمرة
HAJJI`IIFII UMRAA
Hajji`iifii umraan hanga jiran hogguma takka
qofa namarratti wajaban .
Namni
hijji`iifii umraan irratti wajjabdu nama muslima
bilisa baaligh aaqil tayee horii dhaqee galuun
argate kan deynii takkaa mugootarraa hafeef
akkasuma bakka keessa galuufii uffata isaan malu
ammallee nyaataa dhugaatii warri inni qallabu
hanga inni deemee biyyatti deebi`u nyaaturraa
isaa hafu karaan nagaya tayu`uun wajji .
|