نفقة الزوجة ومهرها على
الزوج
QALLABA
JAARTI`IITIFII MAHRII ISI`II
Akkasuma qallabaafii mahriin jaarti`ii jaarsa
isi`irra jira .
Jaartin yoo hiikkamtee waa isi`ii kennuun
jaarsarra jira horii isarraa hanga dandeytii
isaa isi`ii kennuun isa hiikerratti wajaba yoo
sababaan hiikkadhaa gama isiidhatti hin dhufin .
Namni
horii lubbuu qabu qabu isaa qallabuun isarratti
waajiba nyaachisee obaasee ammallee waan horiin
sun dalaguu hin dandeeyetti takkaa ba`atuu hin
dandeenyetti dirquu dhabuu . ammallee haqaan
male`etti dhawuu dhabuu .
Jaartin waan haqaa keessatti jaarsa isi`ii
dhagayuun waajiba takkaa dirqama .
Jaartin iznii yookaa hayyama jaarsatiin malee
sunnaa soomanuu dhabuu . akkasuma iznii isaatin
male`etti mana isi`iitii bayou dhabuu .
|