اقل صلاة الجنازة
IRRA XIQQAAN SALAATA
JANAAZA`AA
1 –
Nama du`e kanarrattan , fardii salaata
janaaza`aa salaataa niyyatu` odoo qalbi`ille`een
taatee .
2 –
eegasii { allaahu akbar } je`uu isaa dhaabbatu
yoo dandaye .
3 –
eegasii faatihaa qara`a .
4 –
eegasii { allaahu akbar } je`a .
5 –
eegasii { allaahumma salii alaa Muhammad } je`a
.
6 –
eegasii { allaahu akbar } je`a .
7 –
eegasii { allaahummaghfir lahuu warhamhu } je`a
.
8 –
eegasii { allaahu akbar } je`a .
9 –
eegasii { assalaamu aleykum } je`a .
Sharxiin salaata janaaza`aa sharxuma salaata
biraati wanni salaata janaaza`aa balleeysus
waanuma salaata biraa balleessuu yaadatuu qaban
Irra
xiqqaan awwaalchaa boolla foolee nama du`ee
dhoysitu tan bineensarraa tiysitu . ammo hanga
namni dhaabbatee harka ol laatu takka gad
fageessun ni jaalatama hoggaa nama du`e
awwaalchaf qabrii keessa ciifsan fuula isaa gara
qibla`aa gara galchuun waajiba .
|