معاصي السمع
DILII GURRAA
Dilii gurri dalagurraa .
1 –
dubbii warra dubbii sirraa dhoyfatuu
dhaggeeffatuu .
2 –
mixmaara xunbuura waan qooqa taye kan shari`aan
dhoowwitu dhaggeeffatu`uutu haraami .
3 –
waan akka hamaa faa caqasu`uutu haraami , yoo
dirqiin isa dhageessifte malee kan
dhaggeeffatu`utti dirqame gaafana irraa dhowwun
isarra jira . yoo dandaye .
|