معاصي الرجل
DILII MIILAA
Dilii miilarraa .
1 –
cubbu`uuf yookaa dili`ii jecha deemuu sun akka
nama islaamaa tokko miidhu`uu deemu`uuti haqaan
male`e`etti mangistii biratti isa khasasu`uuf
deemu`uuti takkaa ajjeessu`uuf itti deemu`uuti
akkasuma waan islaamaa miidhu dalaguudhaa deemuu
akka jaartin faan badu`uu deemu`uu namni hayni
nama irra jiru , kan akka ida`aa takkaa deyni`ii
takkaa nafaqaan haadhaa abba`aa irra jirtu
takkaa nafaqaan joolle`ee takkaa gumaan irra
jiru badee deenmun haraami sun dilii
miilarraayii .
2 –
hoggaa deeman boona`aa deemun , dilii
miilarraayi .
3 –
masjida keessatti morma namarraan tarkaanfatuun
dhoowwama yoo qaawa saffi`ii cufu`uu taate malee
.
4 –
nama salaatu dura dabruun ni dhoowwama yoo inni
girdoo sharxii gootte godhatee salaate girdoon
waanuma akka uleedhaa fa`aa .
5 –
miila qur`aanatti diriirfatuu yoo ol fuudha maa
taye malee .
6 –
waan shari`aan dhoowwite dalagu`uu deemun
haraami .
7
waan waajiba taye dalagu`urraa
deemun haraami .
|