من شروط الصلاة الطهارة من الحدث
الاصغر والاكبر
HADASA
XIQQAADHAFII GUDDAADHARRAA QULLAAYUU
Hadasa
guddaa jechuun waan qaama hunda dhiqanii
namarratti wajjabsiisu jechu ammoo hadasni
xiqqaan waan wuduu`a takkaa human afur qofa
qaamarraa dhiquu takkaa haquu namarratti
wajjabsiisu .
Wanni
hadasa gudda`arraa xahaarataniin bishaan
xaahiraan qaamaq hunda dhiqatuu takkaa biyye`een
tatammuma godhatuu yoo bishaan dhabe takkaa
dhiqatu`uun dadhabe .
Wanni
qaama dhiqatuu wajjabsiisu waa shani :
1 –
Maniyyiin namarra bayou .
2 –
Dhala`atti ida`amuu bakkeen dhayna lamaanii wal
tuqu`uun .
3 –
Dhiiyni aada`aa dhjala`atti dhufu .
4 –
Dhiiyni dhalaa itti dhufuu .
5 –
Dhala .
Wanni nama qaama dhiqqaturra jiru waa lama
1 –
Niyyaa hadasa gudda`an ifirraa fuudhaa niyyatuu
hoggaa dhiqatiinsa jalqabu .
2 –
Qaama hunda dhiqiinsan waliin gayu cora`aafii
rifeensallee .
من شروط الصلاة
SHARXII SALAATARRAA
1
– Islaama tayuu .
2
– Nama if bartee waa adda baafate tayuu .
3
– Wanni bishaan coraa gayuu dhoowwi qaamarra
jiraatuu dhabuu .
4
– Bishaan qaamarra yaa`uu irra dibbibu`uu mitii
.
5
– Bishaan dhiqataniin kan waa xahaarsu tayu`
bishaan wanni xaahirri bishaan sun irraa duroomu
itti makamee maqaa bishaanii irraa deemsise hin
tayin sun akka bishaan aanan faan takkaa
dibeenni faan itti makamee maqaa bishaanii irraa
deemsiseetii inni nama hin xahaarsu .
Ammo
bishaan yoo waan irraa hin duroomnen jirjiirame
kan akka waan irra yaa`ufii waan keessa taa`u
fa`aan jirjiiramee jirjiiramni akkasii sun hin
dararu inni bishaan waa xahaarsu takkaa
qulqulleysu tayu`urraa hin bayu akkasuma
ammallee bishaan guddaa najifni keessa bu`ee
jirjiire tayuu dhabuu bishaan guddaan bishaan
qullata lama takkaa lamaa oliiti ammo bishaan
yoo qullata lamaa gad taye sharxiin najifni
keessa bu`uu dhabuu odoo xiqqaatelle`ee yoo
najisa afwiin irraa godhamu hin tayin isaan
xahaaratuun hin gayu bishaan wanni dhiqateen
takkaa bishaan najisaan dhiqan lammada deebi`ee
waan xahaarsu .
|